Get Mystery Box with random crypto!

OMN-OROMIA MEDIA NETWORK OFFICIAL

Logo saluran telegram oromia_media — OMN-OROMIA MEDIA NETWORK OFFICIAL O
Logo saluran telegram oromia_media — OMN-OROMIA MEDIA NETWORK OFFICIAL
Alamat saluran: @oromia_media
Kategori: Tidak terkategori
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 3.60K
Deskripsi dari saluran

OMN is an independent, nonpartisan and nonprofit news enterprise whose mission is to produce original and citizen-driven reporting on Oromia.
Telegram: t.me/oromia_media
www.facebook.com/OromiaMedia
www.youtube.com/OromiaMedia
www.omnglobal.com

Ratings & Reviews

1.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


Pesan-pesan terbaru

2023-05-12 20:45:15
Uummanni Oromoo miidiyaa isaa OMN cimsachuun akkaan murteessaa akka ta'e kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannoo Oromiyaa himan.

Namoonni magaalota Naqamte, Ambo, Awwaday fi Shaashamanneetii OMNf yaada kennan, uummanni Oromoo akka guddina isaa miidiyaalee heddumminaan hin qabuu jedhan.

Miidiyaa walabaa sabaaf dhaabbatu qabaachuun akkaan murteessaa akka ta'e eeranii, uummanni Oromoo miidiyaa qabu cimsachuu akka qabu himaniiti jiru.

OMN erga gaaf hundaa'eetii daddaaqama tokko malee aantummaan uummata Oromoo waliin dhaabbatee dhugaa Oromoo ifatti baasaa jira jedhan.

Waggoota afran darban yeroo uummanni Oromoo gadadoo hamaa dabarse kanatti kan uummata waliin dhaabbatee dhugaa uummata kanaa addunyaatti beeksisaa ture OMN kan jedhan namoonni yaada kennan, haqni dhokatee akka hin hafne shoora olaanaa taphachuu dubbataniiru.

Uummanni miidiyaa isaa kana dagaagfachuu fi tumsuu akka qabus namoonni yaada kennan dhaamaniiti jiru.
138 views17:45
Buka / Bagaimana
2023-05-12 20:44:57 Mootummaan dargaggoota jaha torbee tokko dura Finfinneetti abbootiin qabeenyaa hojii keenyarraa nu buqqisan jedhanii Miidiyaatti himatan hidhe.

Dargaggoonni Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo aanaa 04 bakka Alam-baankii jedhamutti maaykiroo intarpraayiziin gurmaayan mootummaan iddoo hojii nuu kennee osoo hojii hojjetaa jirruu sababa eenyummaa keenyaaf qofa abbootiin qabeenyaa poolisii maallaqaan bituun lafa keenyarraa nu buqqisaa jiru jechuun OMN’tti himanii turan.

Dargaggoonni kunneen Waldaa Maayikiroo fi Xixiqqaa Tolasaa Ibsaa fi Hiriyoota isaa jedhamuun ijaaramanii tajaajila irratti bobba’an beekkamtii waajjira IMX fi waajjirri bulchiinsa aanaa malee Abbaan qabeenyaa lafa hojii keenyarraa nu buqqisaa jira jedhan.

Waldaan dargaggoota kanneenii kun bara 2012 A.L.I kaasee heyyama argachuun gurmaayee tajaajila kennaa kan ture yoo ta’u gibira kaffalaa turuus ragaan waldichaa ni agarsiisa.

Yeroo ammaa miseensonni waldaa kanaa Finfinnee keessatti sababa miidiyaan rakkina isaanii gabaasee qofaaf hidhamanii jiru. Dargaggoonni Kunneen naannawa Alam Baank aanaa 06tti hidhaman.

Mana murtiittis hin dhiyaanne. Abbaan qabeenyaa isaan buqqise meeshaa isaanii keessaa alatti guuree manicha birrii 59,000 kireesse jedhu maddeen.

Yeroo garaagaraatti abbootiin qabeenyaa bifa kanaan dargaggoota Oromoo lafaa fi hojiirraa irraa buqqisuun Finfinnee keessatti baramaa dhufe jedhu.
127 views17:44
Buka / Bagaimana
2023-05-12 20:44:45 በምእራብ ኦሮሚያ በተለያዩ ሀገረስብከቶች የሚገኙ የኦርቶዶክስ ተዋህዶ ቤተክርስቲያን ምእመናን የቤተክርስቲያኗ ሲኖዶስ በተቀመጠው ጉባኤ ከወራት በፊት የተሾሙትን 26 ኤጲስቆጶሳት ሹመት ማፅደቅ እንዳለበት ገለፁ።

ኦ ኤም ኤን ያነጋገራቸው በሆሮ ጉዱሩ ወለጋ፣ በምስራቅ ወለጋ፣ በምእራብ ወለጋ ሀገረስብከቶች የሚገኙ ምእመናን፣ ነባሩ ሲኖዶስ ለዘመናት ስከተል በነበረው የተበላሸ አሰራረ ቤተክርስቲያኗ ለጉዳት ተጋልጣ መቆየቷን ገልፀዋል።

ምእመናን በብዛት ከቤተክርስቲያኗ ሸሽተዋል፣ አብያተክርስቲያናት በብዙ ቦታ ተዘግተዋል ያሉት ምእመናኑ፣ ይህ የሆነው ደግሞ ነባሩ ሲኖዶስ በቤተክርስቲያኗ ውስጥ የነበረውን ብልሹ አሰራር ማስተካከል ባለመቻሉ እንደሆነ ተናግረዋል።

ይህን ችግር ለመፍታት በሶስቱ ብፁዓን አባቶች ተነሳሽነት ቋንቋን የሚችሉና የህዝቡን እሴት የሚያውቁ ኤጲስቆጶሳትን በመሾም የተጀመረው እንቅስቃሴ እጅግ ወሳኝ ምእራፍ ጅማሮ መሆኑን ገልፀዋል።

ሲኖዶሱ አሁን በተቀመጠው ጉባኤ የኤጲስቆጶሳቱን ሹመት በማፅደቅ ቤተክርስቲያኗን የገጠመው ችግር ለመፍታት የመፍትሄ አካል መሆን እንዳለበት ምእመናኑ ጠይቀዋል።

ህዝቡ በፈለገ ቋንቋ የማምለክና ቋንቋውን በሚችሉና እሴቱን በሚያውቁ አባቶች የመመራት መብቱ መከበር እንዳለበት ገልፀው፣ ይህን ለመፃረር መሞከር አግባብነት የለውም ብለዋል።
102 views17:44
Buka / Bagaimana
2023-05-12 20:44:37 Hordoftoonni amantaa Ortodoksii Tawaahidoo kutaalee lallaba Oromiyaa lixaa adda addaa, yaa'iin Sinoodoosii Ortodoksii Itoophiyaa amma geggeeffamaa jiru, phaaphaasota Sinoodoosiin Oromiyaa, sabootaa fi sablammootaa kana dura muude ni mirkaneessa jennee abdanna jedhan.

Muuxannoo kana dura tureen sinoodosichi gaaffiifi rakkoo amantoota Oromoo akkasumas sabaafi sablammootaa irratti osoo hin taane, fedhiifi olaantummaa garee tokkichaatiif hojjechaa ture kan jedhan namoonni yaada kennan, yaa'iin baranaa gaaffii amantootaa deebisuu yoo baate rakkoon caalu bataskaanattii mudachuu mala jedhu.

Phaaphaasotni kana dura sinoodoosii Oromiyaa fi sabootaatiin muudaman, bu'ura waliigaltee araaraa Sinoodoosii buleessaa fi haaraa yeroo sana tureetiin, muudamni isaanii akka mirkanaa'us amantoonni kunniin gaafataniiru.

Sinoodoosiin bataskaana Ortodoksii tawaahidoo Itoophiyaa yaa'ii waliigalaa taasisaa jiruun, gaaffii uummata bal'aa ni deebisa jennee eegna jedhu hordoftoonni amantichaa.

Murtee phaaphaasotni Oromoo sadan ji'oota dura dabarsaniin, abbootiin amantaa 25 kan muudaman yoo ta’u, yaa'ii sinoodosii Caamsaa kanarratti muudamni Abboota kanneenii akka mirkanaa'u waliigalamee turuu kan yaadachiisan hordoftoonni amantaa Ortodoksii tawaahidoo kutaalee Lallaba Oromiyaa adda addaa, gurri keenya oduu gaarii akkasii dhaga'uuf eegaa jira jedhan.

Sinoodoosicha keessatti gareen ijaaramee olaantummaa eenyummaa tokkoof hojjetu, gaaffii sabaafi sablammootaa ukkaamsuuf yaaluu mala sodaa jedhu qabaannus tokkummaa mana amantichaaf garuu gaaffii uummataa deebisuutu fala jedhan.

Sinoodoosichi muudama phaaphaasota sabaafi sablammii kana duraa yoo mirkaneessuu baates, akkaataa seeraafi qannoonaa amantichaatiin muudamni al tokko raawwatame jijjiiramuu waan hin danda'amnee fi tarkaanfiin fudhatame bu’uura gaaffii uummataa waan qabuuf amantoonni jalqabumarraa fudhatanii jiru jedhu.

Seensa yaa’ii sinoodosii ammaa kanaratti Paatriyaarkiin bataskaana ortodoksi tawaahidoo Itoophiyaa Abuna Maatiyaas gaaffii Oromiyaarraa ka’u sirrii fi deebii kan barbaadu jechuun isaanii ni yaadatama.
102 views17:44
Buka / Bagaimana
2023-05-12 20:44:29 Hayyoonni siyaasaa fi hooggantoonni dhaabbilee Siiviilii Oromiyaan bu'uura nagaa fi siyaasaa Itoophiyaa waan taateef hanga Oromiyaa keessatti nageenyi hin argamnetti Itoophiyaa keessatti nageenyi argamuu hin danda'u jedhan. https://telegra.ph/Hayyoonni-siyaasaa…
123 views17:44
Buka / Bagaimana
2023-05-11 15:55:24 Hayyoonni siyaasaa fi hooggantoonni dhaabbilee Siiviilii Oromiyaan bu'uura nagaa fi siyaasaa Itoophiyaa waan taateef hanga Oromiyaa keessatti nageenyi hin argamnetti Itoophiyaa keessatti nageenyi argamuu hin danda'u jedhan.
https://telegra.ph/Hayyoonni-siyaasaa-fi-hooggantoonni-dhaabbilee-Siiviilii-Oromiyaan-buuura-nagaa-fi-siyaasaa-Itoophiyaa-waan-taateef-hanga-Oromiy-05-11
397 views12:55
Buka / Bagaimana
2023-05-11 15:50:10
Weellisaa Sa'ad Awwal dabalatee namoonni dhibba lamaa ol, Godina Addaa Saba Oromoo Wallootti erga hidhamanii waggaa lama caalus hanga yoonaa murtii tokko malee dararamaa jiru jedhu maatiin.
===============================================

Yeroo adda addaaf mana murtii godinichaatti dhihaatanis, poolisiin himata isaanirratti baneef ragaa dhiheeffachuu hin dandeenye jedhu maddeen.

Hidhaan isaanirratti raawwatamaa jiru hidhaa siyaasaatii kan jettu miseensi maatii aartistichaa, murtee siyaasaa mootummaa naannoo Amaaraatiin hidhamanii jiraachuu himti.

Dhimma isaanii ilalachisanii dhaabbilee haqaafi mirga namoomaaf iyyatanis hanga yoonaa deebiin quubsaa akka hin argamin himtee, uummatni bal'aan sagalee akka ta'uuf gaafatteetti.
341 views12:50
Buka / Bagaimana
2023-05-11 15:50:05
የሰቆጣ ህዝብ ፅንፈኛው ፋኖን በመቃዎምና መንግሥት በልዩ ኃይል ላይ የወሰነውን ውሳኔ በመደገፍ ሰልፍ መውጣቱ ተነገረ።
=======================================
በከላከያ ሠራዊት ላይ የሚካሄደውን አፍራሽ ፕሮፓጋንዳን እንቃወማለንም ብለዋል።

ሰልፈኞቹ የአገውን ክልል የመሆን ጥያቄ ፌደራል መንግስት እውን ያድርግልን በማለት ጠይቀዋል።
276 views12:50
Buka / Bagaimana
2023-05-11 15:49:46
በአፍሪካ ቀንድ የአሜሪካ መንግሥት ልዩ መልዕክተኛ ማይክ ሐመር ከኢትዮጵያ ዳያስፖራ ተወካዮች ጋር ሊወያዩ ነው።
===============================================

ማይክ ሐመር በሎስ አንጀለስ፣ ካሊፎርኒያ ከኢትዮጵያ ዳያስፖራ ተወካዮች ጋር ሊወያዩ መሆኑን የአሜሪካ የውጭ ጉዳይ መሥሪያ ቤት አስታወቋል።

ለሚቀጥሉት ዘጠኝ ቀናት በሎስ አንጀለስ ከኦሮሞ፣ ከአማራ፣ ከትግራይና ከሶማሊ ማኅበረሰብ የተውጣጡ ተወካዮችን አግኝተው እንደሚወያዩ የውጭ ጉዳይ መሥሪያ ቤቱ ረቡዕ ግንቦት 02/ 2015 ባወጣው መግለጫ አስታውቋል።

በፕሪቶሪያ የተደረሰውን ዘላቂ ግጭት የማቆም ስምምነትን ጨምሮ በሌሎች ወቅታዊ ጉዳዮች ላይ ይወያያሉ ተብሏል።

በተጨማሪም አምባሳደሩ ከቀጠናው የተውጣጡ የሴቶች መሪዎች ጥምረት ‘ዩናይትድ ዊሜን ኦፍ ዘ ሆርን’ በተባለው የሲቪክ ድርጅት አዘጋጅነት በአሜሪካ ከሚገኙ የኢትዮጵያ ዳያስፖራ አባላት ጋርም ውይይት ያደርጋሉ።

ቦብ ሆፕ ፓትሪዮቲክ አዳራሽ ላይ በሚካሄደው ውይይትም “ሰላምን በማስፈን እና የሴቶችን አቅም በማጎልበት” ላይ እንደሚያተኩር ከአሜሪካ ውጭ ጉዳይ መሥሪያ ቤት የወጣም መረጃ ያሳያል።
254 views12:49
Buka / Bagaimana
2023-05-11 15:49:30 የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋህዶ ቤተክርስቲያን ሲኖዶስ መሰረታዊ የፍትሕ ጥያቄዎችን ምላሽ መስጠት ይገባል ተባለ።
=================================================

የምእመናን ጥያቄ ምላሽ እንዳያገኝ የሚንቀሳቀሱ አካላት ከድርጊታቸው መቆጠብ እንዳለባቸው ምእመናን ጠይቀዋል።

በኦሮሚያ ክልል የሚገኙ የኦርቶዶክስ ተዋህዶ ቤተክርስቲያን ምእመናን በቋንቋቸው ማምለክን ጨምሮ ለዘማናት አያሌ ጥያቄ ስያነሱ መቆየታቸውን ለኦ ኤም ኤን ተናግረዋል።

ጥያቄያቸው ተገቢውን ትኩረት ባለማግኘቱ ጥያቄያቸው ጥያቄ ሆኖ መቆየቱን ገልፀዋል።

እንዲሁም በትግራይ የተነሱ ጥያቄዎች የፍታሃዊነት ጥያቄዎች መሆናቸውን ሊሰመርባቸው ይገባል ይላሉ ለኦ ኤም ኤን አስተያየታቸውን ያጋሩ በኦሮሚያ የተለያዩ አከባቢዎች የሚኖሩ የሃማኖቱ ተከታይ አስተያያት ሰጪዎቹ።

በፊንፊኔ ነዋሪ የሆነ አንድ መምህር አስተያየት ሰጪ በኦሮሚያ የተነሳው ጥያቄ የቤተክርስቲያንዋን ዶግማ የማይነካ አገልግሎትን ለማዳረስና ለማሳለጥ የተደረገ አስተዳደራዊ ጉዳይ መሆኑን አንስቶ ጥያቄው ምላሽ ማግኘት ግዴታ ነው ብሏል።

አስተዳደራዊ ጉዳዮች ደግሞ ትውልዱንና የዘመኑን ሁኔታ ከግምት ባስገባ መልኩ እንዲሁም ለቤተክርስቲያኗና ምዕመኑ በሚጠቅም መልኩ መሻሻል እንደሚገባው አብራርቷል።

በመሆኑም ነባሩን ሲኖዶስ ሁሉን አካታች አድርጎ ማዋቀር ካልተቻለ አዲስ መመስረቱ የሚጠበቅና ከማንም በላይ ቤተክርስቲያንን የሚጠቅም እንደሆነም ተናግረዋል።

ሰሞኑን የቤተክርስቲያኗ አባቶች እያደረጉ ባሉት ጉባኤ የቤተክርስቲያኒቱ አንድነት የሚያጠናክር፣ የተዳከመውን አገልግሎት ዳግም እንዲያንሰራራ የሚረዳ በሆነ መልኩ ከዚህ በፊት የተሾሙትን አባቶች ተቀብለው ፍትሃዊ ውሳኔ ልያስተላልፉ ይገባል ብለዋል።

በአምቦ ከተማ ነዋሪ የሆነ ሌላ ምእመናን በበኩሉ ጥያቄዎቹ ለቤተ እምነቱና ለአማኙ ከመቆርቆር የመጡ እንደሆኑ ይናገራል።

የኦሮሚያና ብሄሮችና ብሄረሰቦች ሲኖዶስ ጥያቄ የህዝቡን ባህልና ቋንቋ የሚችል አገልጋይ በመመደብ የአማኙን ሁለንተናዊ ደህንነትና ጥቅም ለማስከበር እንዲሁም ከቤተ እምነቱ የሸሸውን ምዕመን ለመመለስ ያለመ መሆኑን አስታውሷል።

እነዚህ ነገሮች እንዲስተካከሉ ለፖትሪያርኩና ለሲኖዱሱ ተደጋጋሚ ጥያቄ ሲቀርቡ ነበር ያለው አስተያየት ሰጪው አሁን ይህንን ጥያቄ ለመመለስ እና የቤተክርስቲያኗን አንድነት ለመጠበቅ እድሉ መኖሩን ገልጿል።

አያይዞም በቤተክርስቲያኗ አከባቢ እራሳቸውን የታሪክ ጠበቂ እና ባለቤት አድርገው የሾሙ አካላት ከራሳቸው ስህተት ሊማሩ ይገባል ብሏል።

አሁን ላይ በቤተክርስቲያን ያለው ውጥረት ለበርካታ ዓመታት መልስ ሳያገኝ የሰነበተ መሰረታዊ የፍትህ ጥያቄ እንደሆነና ሀቅን ተከትሎ በጊዜ ተገቢውን መፍትሄ በመስጠት ቅራኔውን ማርገብ ባለመቻሉ የተከሰተ መሆኑን አስረድቷል።

በተጨማሪም አሁንም የተፈጠረው አንጻራዊ የመነጋገር እድል በመስጠት አቡነ ማቲያስ ባስቀመጡት አቅጣጫ ለህዝቡ ጥያቄ እውቅና እና መፍትሄ መስጠት ተገቢ ነው ብለዋል።
305 views12:49
Buka / Bagaimana