Get Mystery Box with random crypto!

Sinqii baraa

Logo saluran telegram ofiiyaadi — Sinqii baraa S
Logo saluran telegram ofiiyaadi — Sinqii baraa
Alamat saluran: @ofiiyaadi
Kategori: Tidak terkategori
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 1.14K
Deskripsi dari saluran

Ofii keeti amani
Hundinuu akka danda'amu bekki
Jireenyi kee Karaa hundaan guutuu haa tahuuAbdii hinkutatiin.Hin danda'u Waanti jedhu si dhaabbu hinqabu.Jechoota ergaa of keessaa qabanii fii irraa barataan isin biraan..
Leave jechuun dhorka

@DeraraM7

Ratings & Reviews

4.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


Pesan-pesan terbaru 2

2023-04-13 12:06:03
#رمضان_مبارك

@mubarek54
121 viewsDare821, 09:06
Buka / Bagaimana
2023-04-13 12:06:03
Yaa Rabb..Aamiin..

@mubarek54
115 viewsDare821, 09:06
Buka / Bagaimana
2023-04-13 12:06:03
Zikrii yeroo furaa (ifxaaraa) jedhamu keessa takka zikrii tana ...insha allah akka hin daganne.. egasanii du'aa'iillee achumaan itti fufi baatiin baati araramaati...

Tg || @mubarek54
140 viewsDare821, 09:06
Buka / Bagaimana
2023-04-13 12:06:03
JUMMAA + RAMADAN-2

Yaa Rabbi jummaa Rakkoon tenya itti furamtu nuuf taasisi

Tg || @mubarek54
140 viewsDare821, 09:06
Buka / Bagaimana
2023-03-31 11:35:12 Baatii Ramadaanaa irraa 9 genye jirra ..
Yaa Rabbi salaata fii soomana keenya fi du'aa'ii tenya hundaas nurra qeebali...UMMAA + RAMADAN=2

Yaa Rabbi jummaa Rakkoon tenya itti furamtu kan milkii nuuf taasisi

Jumma mubarak
291 viewsDare821, 08:35
Buka / Bagaimana
2023-03-30 13:58:40
Hordoftoota Amanta musliimatiif Obboleessa koo Obboleetti too Hiriyoota Koo, maatii channel kana kan dhiiraaf dubartii  kan jirtan biyya keessaaf alaatti Baga Ramadaanan isin gahee. Warra woggaas Wajjiin ittii Debiyuu nu  haa Godhu.  Ramadan Mubarak Ramadaana gammachuu nuuf haa ta'u.
279 viewsDare821, 10:58
Buka / Bagaimana
2023-02-04 22:47:21 Dhugaa kee nama hin hubanne hubachiisuf hin dhama'in.

Namoonni baay'en kan dhagahan, dhugaawwan ati dubbattu osoo hin taane wanta dhagahuu barbaadan qofa dhagahan. Ati calliste jechuun ati soba, isaan dhugaa dubbatan jechuu miti. Akkas osoo hin taane dhugaa kee uuman keetif yeroon akka siif dubbatan taasisaa jirta jechuudha. Namni hundi dhugaa hin dubbatu. Yeroo tokko tokko dhugaawwan uuman keetif yeroon siif dubbatan baay'etu jira.

Halkan addaa isiniif hawweera
@oro_motivate
Daawwitii Milkaa'inaa
556 viewsDare821, 19:47
Buka / Bagaimana
2023-02-04 22:47:10 Yeroo namaa irratti hin qoosin

Sin jaaladha. jireenyi kiyyaa siin ala duwwaadha. siif jedhee lubbuu kiyya nan kenna. lubbuu tiyya, tiruu tiyya, kalee tiyya, somba tiyya jechuudhan yeroo namaarratti hin taphatin/Qoosin. Goota Afaanin haasa'u osoo hin taane, Goota gochaan agarsiisu ta'i. Namni jaalala dhugaatin qabame gochaan agarsiisa malee hin haasa'u. Jaalatanii dhabuun akkuma beektu dhukkubbii qabdii. ittumaayyuu nama onneerraa jaalatan dhabuun immoo baay'ee nama dhukkubdi waan ta'eef yoo jaalachuu hin dandeenye dhiisi onnee sobaatin nama hin miidhin. Ykn immoo sakondii muraasaf iddoo nama sanaa bu'iitii maaltu akka sitti dhagahamu ilaali. yeroo san dhukkubbii jaalalaa ni hubatta.

jireenya jaalalaan Guuttamte isiniif hawweera
@oro_motivate
Daawwitii Milkaa'inaa
479 viewsDare821, 19:47
Buka / Bagaimana
2023-01-29 22:43:45 Abdii hin kutin

Dhiiroo abdii hin
kutin jabaadhu,
Yoomillee taanaan
kaayyoo qabaadhu.
~~~
Akkamiin abdii kuttaa?
imaanaa warra kee baattee
of jijjiiruu hin dadhabduu
bar oliif gadii kaattee.
~~~
Abdii kutuun wanta
siif hin malle,
Icciitin jireenyaa bar
siif hin galle
~~~
Hin dhiphatin bashannanii
jiraadhu umurii kee guutuu,
Boru hin gaabbitu umuriin
kee dhumee yoo duutuu.
~~~
Uuman keetis siif jira
inni hunda siif caalu,
Harka siqaba bar ati
kuftee inni yoo si laalu
~~~
Hunda dursee isa
bar kan sitti aanu,
Inni si Gammachiisa
namni yoo si dhaanu.
~~~
Hin dhiphatin goota
koo si'i abdiin boruu,
ijjii isaa haa jaamu
isa sitti moruu.
~~~
Caarraa kee hin dhabdu
barattee dhiistee,
uuman kee siif kenninaan
nii nyaatta ciistee.
=//=

Halkan ajaa'ibaa isiniif hawweerra
@oro_motivate
Daawwitii milkaa'inaa
500 viewsDare821, 19:43
Buka / Bagaimana
2023-01-29 22:43:45 Abdii kutuu keen dura barreeffama kana dubbisi

Biliyeena beekkamaadha. Namoota 100,000 ol qacaree hojjisiisa. Awuropa keessatti warsha qorichaa beekkamaan kan isaati. Biyya Garman keessatti biliyeenara tokkoffaadha. Akka addunyaatti Dhaabbata 120 qaba. Akka tasa ta'ee yeruma tokkoon kisaara cimaan isa quunname. Innis kisaaraa koo kana taa'ee ilaalurra ija namaa jalaa sokkuu wayya kan jedhu sodaan keessa isaatti uummame. Battaluma san mana jireenya isaatii bahee Baabura saffisaan fiigu jala of buusun lubbuu of dabarse
wanta nama ajaa'ibu inni Du'ee guyyaa sadi booda wantootni isa sodaachisan hunduu sirreeffamuun haalonni mijatee ture. Innii garuu sodaa moo'achuu dadhabee lubbuu of dabarse. Seenaa dhugaa Bara 2008 kufaatii Diinagdee biyya Jarman keessatti uummameedha. Namichi Adolf markel jedhama.

wanta baay'ee sodaachuu dandeessa. Qabxiin koo gadi bu'e namni maal naan jedha jettee ofitti gadduun abdii kutuu dandeessa. Abdii kutuu keen dura mee uumaa kee yaadadhuu bar inni gatee sin gatu, tasumallee sin dagatu. Uumaa kee jechuun isa abdattee raftee qilleensa ati hargantu kan balbala jalaan siif galchuudha. Uuman kee wanta dabarsee si kennu seetaa? sitti hin fakkaatin. Dhiiroo Wanti hunduu sababaafi. Daandin milkaa'inaa immoo kumaatama.

pls hiriyaa keef share godhi
@oro_motivate
Daawwitii Milkaa'inaa
369 viewsDare821, 19:43
Buka / Bagaimana