Get Mystery Box with random crypto!

Dhugaa kee nama hin hubanne hubachiisuf hin dhama'in. Namoon | Sinqii baraa

Dhugaa kee nama hin hubanne hubachiisuf hin dhama'in.

Namoonni baay'en kan dhagahan, dhugaawwan ati dubbattu osoo hin taane wanta dhagahuu barbaadan qofa dhagahan. Ati calliste jechuun ati soba, isaan dhugaa dubbatan jechuu miti. Akkas osoo hin taane dhugaa kee uuman keetif yeroon akka siif dubbatan taasisaa jirta jechuudha. Namni hundi dhugaa hin dubbatu. Yeroo tokko tokko dhugaawwan uuman keetif yeroon siif dubbatan baay'etu jira.

Halkan addaa isiniif hawweera
@oro_motivate
Daawwitii Milkaa'inaa