Alamat saluran:
Kategori:
Tidak terkategori
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan:
1.14K
Deskripsi dari saluran
Ofii keeti amani
Hundinuu akka danda'amu bekki
Jireenyi kee Karaa hundaan guutuu haa tahuuAbdii hinkutatiin.Hin danda'u Waanti jedhu si dhaabbu hinqabu.Jechoota ergaa of keessaa qabanii fii irraa barataan isin biraan..
Leave jechuun dhorka
@DeraraM7
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
1
4 stars
1
3 stars
1
2 stars
0
1 stars
0
Pesan-pesan terbaru
2023-04-25 19:45:54
Heyyama kee malee biyya lafaa kanarraa eenyullee nama gad-aanaa si gochuu hindanda'u.(Nobody on the face of this earth can make you feel inferior without your permission).
103 viewsDare821, 16:45
2023-04-25 19:45:42
Maaloo waan dhugaa facaasi,firii dhugaatu biqilaa .
103 viewsDare821, 16:45
2023-04-25 19:45:25
Mul'ata kee hingowwomsiin dhugoomsi males..!
106 viewsDare821, 16:45
2023-04-25 19:45:14
Murteessaan waan harkaa qaban osoo hintaanee, ilaalcha ofiif qabaniidha,(self-image).
107 viewsDare821, 16:45
2023-04-25 19:43:42
Rakkiin kaleessa sirra gahe beekuun (bekkumsa) gaariidha
107 viewsDare821, 16:43
2023-04-25 19:41:28
Fiixaan bahiinsi hojii guyyaa tokko miti ,yaalii yeroo hundumaati malee....
108 viewsDare821, 16:41
2023-04-13 12:06:04
Halkan leylatulqadri kessa kajeelamu keesa jirra yaa Rabb nu waffaqi...
JOIN || @MUBAREK54
241 viewsDare821, 09:06
2023-04-13 12:06:04
#رمضان_مبارك
#Ramadaana_mubarek
Share
@mubarek54
@mubarek54
203 viewsDare821, 09:06
2023-04-13 12:06:04
#Qur_aan
@mubarek54
151 viewsDare821, 09:06
2023-04-13 12:06:03
#Jumma + #Ramadan
Yaa Rabb.
JOIN &SHARE || @mubarek54
137 viewsDare821, 09:06