Get Mystery Box with random crypto!

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪

Logo saluran telegram jireenya_jaalalaa — ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪
Topik dari saluran:
Albaaniyaa
Logo saluran telegram jireenya_jaalalaa — ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪
Topik dari saluran:
Albaaniyaa
Alamat saluran: @jireenya_jaalalaa
Kategori: Tidak terkategori
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 33.39K
Deskripsi dari saluran

😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️‍🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋

Ratings & Reviews

3.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

2

2 stars

0

1 stars

0


Pesan-pesan terbaru 2

2024-06-15 14:52:29 Abdii sobaan na guuttee
Daandirraa na dabsitee
Kan na caalu argannaan
Anaaf du'a labsitee...!!

:¨·.·¨:  
 `·.  @jireenya_jaalalaa
6.0K views11:52
Buka / Bagaimana
2024-06-15 14:51:54 Ijji Baay'ee Arga
Onneen Garuu
tokko Qofa filata.

Sin jaalladha...♡

:¨·.·¨:  
 `·.  @jireenya_jaalalaa
6.6K views11:51
Buka / Bagaimana
2024-06-15 14:51:32 Anarraa Fagaachuu
Situ jedheef malee
Sirrii-n turre beekta
Na gatuun kee kalee

:¨·.·¨:  
 `·.  @jireenya_jaalalaa
6.5K views11:51
Buka / Bagaimana
2024-06-15 14:51:13 Rafees suman yaada
hirriiban qabu ciisee
Guyyaas suman laala
yaadan fakkii kaasee
:¨·.·¨:  
 `·.  @jireenya_jaalalaa
6.5K views11:51
Buka / Bagaimana
2024-06-15 14:50:48 Her şeyi açıklamak zorunda değilim
Dirqama waan hunda isin hubachiisuu hin qabu, Osoon hin dubbatin nama na hubatun barbaada.

:¨·.·¨:  
 `·.  @jireenya_jaalalaa
6.6K views11:50
Buka / Bagaimana
2024-06-14 20:45:50 Sijibbee nadhiisii
Fagaadhu nabiraa
Ammarraa eegalii
Jaaladhu kan biraa

Dhungoon si dhungadhe
Isa ammaan duraa
Amma na dhungadhuu
Naaf deebisi mara
Kana ergoote "garuu"
Argaa ke hin fadhuu
Fagaadhu nabiraa
BY
:¨·.·¨:  
 `·.  @jireenya_jaalalaa
5.2K views17:45
Buka / Bagaimana
2024-06-14 20:42:26 Deemi deemtettaa ‍ ‍ ‍


Gochaan kee na miidhus
keessa koo na muree
Barumsa naaf ta'eera
Kan gadda ta'uuf turee

Qarshii kee hin fedhu
guuttachuuf fedhii garaa
Deemun kee nan miidhu
Eebbifamii beenu karaa

Jedhee sin komadhu
onnee irra na Lootee
Keessa kee wallaalus
irra keen na mootee.

Dirqama koo baheera
Jaalala siif Laadhee
dhama'uu hin barbaadu
Suma duuka kaadhee

Si yaadaan jiraadhu
Gaabbin of nyaadhee
Tasaa sittin aaru
mataa sitti baadhee

Nagaatti nagaatti
qabaadhu yeroo gaarii
Siwaliin hin qabu
anwaa tokko aarii
      
               BY
:¨·.·¨:  
 `·.  @jireenya_jaalalaa
5.1K views17:42
Buka / Bagaimana
2024-06-09 11:08:04 ''''''''’'''''       ''''''''''''''''''''        ''''''''''''''''           '''''''''''''
Ajab damma koo
damma daamu kiyya
Suma barbaachaaf
garaan koo na iyya

Anaan na jaalattee
dhiira meeqa diddee
kan kee na taasiste
Gammachuutti na fiddee

anis eenyuufuu tolen jedhu
siin alas waa tokkon fedhu

Sumaaf na dhiittata
onneen ciisa didee
maafan rafa jedha
dubbii natti fidee

ati kan koo qofa si
taasifadheera giiftii
yoo akkas ta'e qalbiin
kan koo na ciistii

Adda taasiseen si ilaala
hundumaa si caalchisee
Naaf hubadhuu jedheen onnee
kan koo si dhaalchisee

Garaan koo suma yaada
na dideera bar nyaata
Qalbiis ta'ee Onneenis
Kunoo Suma baata.

Jaalalan siif qabu
Barreessee hin fixu
Ati amala addaa qabda
eenyumtuu sin gituu

Baay'en si jaaladha an
yooman si Quufaa?
Daqiiqaa Daqiiqaatti  qalbiin
koo sibira na dhufa!

Qabeenyi koo suma innii
onnees ta'ee kan baankii
homtuu gargar nun baasuu
Osuma ta'ee taankii


:¨·.·¨:  
 `·.  @jireenya_jaalalaa
8.2K viewsedited  08:08
Buka / Bagaimana
2024-06-09 11:08:04 Sijibbee nadhiisii
Fagaadhu nabiraa
Ammarraa eegalii
Jaaladhu kan biraa

Dhungoon si dhungadhe
Isa ammaan duraa
Amma na dhungadhuu
Naaf deebisi mara
Kana ergoote "garuu"
Argaa ke hin fadhuu
Fagaadhu nabiraa
__


:¨·
.·¨:  
 `·.  @jireenya_jaalalaa
6.4K viewsedited  08:08
Buka / Bagaimana
2024-06-04 10:24:59 JECHOOTA ajaa'ibaa taaksii keessatti barreefamanii jiran.

❶Ni jiraanna jenneeti malee balleesinee baduun nun dhibu.
❷Umurii nuti qabnu jeequmsaaf miti jaallachuufuu nun geessu.
❸Qophummaan kan bareedu mana fincaanii keessatti qofa.
❹Aangoon kan ittiin uummata bulchan malee kan ittiin uummata doorsisan miti.
❺Kanan rafuuf kan hin rafne gooftaa waanan qabuufi.
❻Hangam yoo tureyyuu harmii fi mootummaan kufuunsaa hin oolu.
❼Fuula inaaffaan guraachesse dibatni hin cululksu!
❽Utuu durbi lafa qotuun argamti ta'ee dhiirri
hunduu qote bulaa ta'ee dhuma.
❾Nama hin tuffatin inni jiraanniyyuu surree nama hiikachiisti.
❿Bara re'ee ta'aamutti hoolaa hin ta'in.
⓫Utuu barnootni uleedhaan namaa gala ta'e harreen piroofeesera taati turte.
⓬Utuu baalli mukaa qarshii ta'ee dubarri qalamee jaallatti!
⓭Anaan hiyyeesa nan jette atimmoo boorsaa duwwaaf daalleekee malee maal qabda.
⓮Utuu daawitii (of ilaallee) dhaaf ni kaffalama ta'ee dubartootni meeqa kaffalu?
⓯Hangafti tooftaa jireenyaa wal
danda'uudha!!

:¨·.·¨:  
 `·.  @jireenya_jaalalaa
5.7K views07:24
Buka / Bagaimana