Sijibbee nadhiisii Fagaadhu nabiraa Ammarraa eegalii Jaaladhu kan biraa Dhungoon si dhungadhe Isa ammaan duraa Amma na dhungadhuu Naaf deebisi mara Kana ergoote "garuu" Argaa ke hin fadhuu Fagaadhu nabiraa __ :¨·.·¨: `·. @jireenya_jaalalaa 6.4K viewsedited 08:08