Get Mystery Box with random crypto!

'Hidhaa umurii guutuun itti murtaa'ee, waggoota kudha lama erg | ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪

"Hidhaa umurii guutuun itti murtaa'ee, waggoota kudha lama erga hidhamee turee guyyaa tokko milkaa'eefii mana hidhaatii miliqe. Akkuma mana jireenyaa isaa ga'een haati manaa isaa "miliquu kee television sa'aa 9 dura gabaase hanga kana eessa turtee dhufte, eenyu waliin turte!" jechuun gaaffii irra irraan daddabalteef.
*
Namichi kana irra manuma hidhaa wayya jedhe fakkaata bilbila isaa bilbiluun poolisoota waamee fedhii isaatiin harka isaa kennatee jira. Kabajaa fi kunuunsaan gara mana hidhaa irraa miliqeetti deebi'e
:¨·.·¨:  
 `·.  @jireenya_jaalalaa
Shammarran tokko
tokko gaafii akkasii dhiisa