Get Mystery Box with random crypto!

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪

Logo saluran telegram jireenya_jaalalaa — ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪
Topik dari saluran:
Albaaniyaa
Logo saluran telegram jireenya_jaalalaa — ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪
Topik dari saluran:
Albaaniyaa
Alamat saluran: @jireenya_jaalalaa
Kategori: Tidak terkategori
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 33.39K
Deskripsi dari saluran

😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️‍🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋

Ratings & Reviews

3.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

2

2 stars

0

1 stars

0


Pesan-pesan terbaru 5

2024-04-09 02:29:10 Namni ati jaallattu ; Sin jaallatu taanan!

Namni ati kabajju ; Sin kabaju taanan!

Namni ati yaaddu ; Sin yaadu taanan!

Namni ati barbaaddu ; Sin barbaadu taanan!

Dhiisi nama akkana waliin yeroo kee hin gubiin!

Kan si jaallaatu hedduutu jira!

Isiin Jaalatamtoota

Fafakkeessaan jaalalaa miti!
Jaalalti miidhaa miti.

:¨·.·¨:  
 `·.  @jireenya_jaalalaa
15.0K views23:29
Buka / Bagaimana
2024-04-09 02:27:52
Garmalee Si Jaalachuu Koof Dhifama Naaf Godhi ; Anis Si Jaalachuu Koo Waan Ati Naaf Hin Hubanneef Dhifama Siif Godheera!

Text message jaalala kan ta'an argachuuf @jireenya_jaalalaa join godhi

Join @jireenya_jaalalaa
12.7K views23:27
Buka / Bagaimana
2024-04-09 02:27:38 ❝ 𝗤𝗼𝗳𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗛𝗶𝗿𝗶𝘆𝗮𝗮 𝗔𝗮𝗺𝗮𝗻𝗮𝗺𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮 ! ❞


@jireenya_jaalalaa
11.6K views23:27
Buka / Bagaimana
2024-04-09 02:09:41 Jaalalti akka waraanaati
Eegaluun salphaadha..
Dhaabuun garuu Ni Ulfaata.

@jireenya_jaalalaa
13.2K views23:09
Buka / Bagaimana
2024-04-09 02:09:32 Sin Jaalladhaan Dhugaadha.
Si malee jiraachuu hin danda'uun
Garuu Soba .

@jireenya_jaalalaa
14.1K views23:09
Buka / Bagaimana
2024-04-09 02:09:22 Waadaan siif seena, Hagan lubbuun jiru Eenyullee onnee kiyya keessaa sin baasu

@jireenya_jaalalaa
13.2K views23:09
Buka / Bagaimana
2024-04-08 09:45:38 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮 𝗝𝗶𝗿𝘂𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗴𝗼𝗱𝗵𝗮𝘁𝗶𝗻 𝗴𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗝𝗶𝗿𝘂𝘂 𝘁𝗲𝗲 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮 𝗴𝗼𝗱𝗵𝗮𝗱𝗵𝘂!

@jireenya_jaalalaa
12.8K views06:45
Buka / Bagaimana
2024-04-08 04:40:35
"Abbaan manaa gaariin kan qabeenya qabu yookiin miidhagaa utuu hin taane, nama akkaataa qabannaa dubartii beekudha!"

Isiin Jaalatamtoota

Jaalalti miidhaa miti
@jireenya_jaalalaa
12.7K views01:40
Buka / Bagaimana
2024-04-07 14:56:57
Dhimmi Jireenna Keetii Si Ilaallata!
--------------------------
Si caalaa namni siif dhimmu tokkolle hin jiru.
Jireenni geggeessaa cimaa barbaada, ati dursitee jireenna keeti dhunfaa sirritti geggeessuuf dhalatte. Yoo ati dhimma mataa keetii hin qabne, nami abbaa kanaa siin jedhu hin jiru.

Ati garba namaa, hojjataa nama tokkoo qofa teetee akka jiraattu siif hin eeyyamamne. Ati dursa geggeessaa dhunfaa keetiiti.
➣Namni bakka barbaade, yeroo barbaadetti fuudhee akka siin deemu maaliif eeyyamtaaf.
Ati hoo yoom geggeessita, yoomi ajajja, yoom gammadda....? Geggeessaa teetee dhalattee, garba teetee jiraattaa? Hin ta'u. Hin ta'u!

Har'a dhunfaa keetiin murteessuu baradhu. Akkasi akkana godha jechuu baradhu. Maaliif namoonni qofi akka siif murteessanu carraa kennitaaf!? Hin ta'u!

➣Jireenna keeti gara caalutti fooyyessuuf, kaayoo dhalatteef galma gewuuf ka'i, socho'i, yaadda'uurratti...daqiiqaa mitii sekondii tokko hin gubin, amma ka'i, gargar hin kutin.

Isiin Jaalatamtoota 

@jireenya_jaalalaa
11.4K viewsedited  11:56
Buka / Bagaimana
2024-04-06 01:00:27
Hammuma onnee sobaatiin namootatti dhiyaachaa deemtu namoota onnee qulqulluudhan si jaallatan irraas fagaachaa deemta!

Isiin Jaalatamtoota

Jaalalti miidhaa miti
@jireenya_jaalalaa
11.6K viewsedited  22:00
Buka / Bagaimana