Get Mystery Box with random crypto!

Sanyii Guddataa

Logo saluran telegram segnigudeta — Sanyii Guddataa S
Topik dari saluran:
Coopbank
Sammuu
Success
Logo saluran telegram segnigudeta — Sanyii Guddataa
Topik dari saluran:
Coopbank
Sammuu
Success
Alamat saluran: @segnigudeta
Kategori: Pekerjaan
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 154.49K

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


Pesan-pesan terbaru 50

2023-10-20 10:04:17
Beeksisa hojii @segnigudeta
12.6K viewsSanyii Guddataa, edited  07:04
Buka / Bagaimana
2023-10-16 22:53:23
Seenaa Nick kana irraa!
    
❏ Mee ati maal hin qabdu? Miila ittiin deemtu moo kophee ittiin deemtu hin qabdu? Harka ittiin hojjatani moo hojii hojjatan hin qabdu? Sammuu ittiin yaadanii? Fayyaa fi nageenya guutuu dhaa kan ati hin qabne? Moo isaan kana hunda osoo qabduu Waaqa komachaa jirtaa? Isaan kana qabda taanaan mee komii Waaqaa dhiisi sirriidhaa. Isaan kana dhabuu keetiinis immoo kan ati ta'uuf dhalattee osoo hin ta'in akka ati hin hafneef immoo kunoo ragaan tokko jira isa irraa baradhu malee gonkumaa abdii hin kutatin!

➲Jireenya keessatti wantoonni too'annoo keetiin ala ta'anii ati jijjiiruu hin dandeenye, kan waliin jiraachuuf dirqamtu jiru.
Filannoon qabnu immoo lama; (1) Abdii kutachuu yookiin
(2) Deemsa keenya itti fufuu. Kanaaf yennaa kuftu maal goota? Deebitee kaata mitii, kana namni hundi beeka. Garuu sittan hima yeroon tokko tokko jira kan yeroo kufte deebitee ka'uuf jabina itti dhabdu. @segnigudeta
14.2K viewsSanyii Guddataa, edited  19:53
Buka / Bagaimana
2023-10-16 22:48:15
Note:
•Interested and qualified applicants should apply through Rammis Bank career website (https://forms.gle/czeSN71oDuhVPHRR8) and please attach Degree document, curriculum vitae, 8th grade certificate, cost sharing document or Student Copy and other credentials within 5 (five) consecutive working days from the date of this announcement. However, the Bank has full right to cancel or take any other alternative in this regard.
• Please specify your place of assignment on application unless it will be rejected.
•Only shortlisted applicants will be communicated for exam and interview.
•All documents should be scanned in pdf or docx formats only and the size of each document should be less than 2MB. Incomplete document is not acceptable.
•A detailed guide on how to apply is available on our Bank public website’s (www.rammisbank.et ) vacancy section. @segnigudeta
13.2K viewsSanyii Guddataa, 19:48
Buka / Bagaimana
2023-10-16 22:28:21 https://www.facebook.com/100070669717820/posts/356612646704390/?mibextid=eimWu5Utm3dJgHwj
12.8K viewsSanyii Guddataa, 19:28
Buka / Bagaimana
2023-10-16 22:26:38
Obbo #Sayyid_Daamxoo galatoomaa

Yeroo artisti #Haalloo_Dawwee mana kiraa dhiphoo keessatti dhukkubsattee rakkoo guddaa argaa turte namni birmateefii mana kiraa dhiphoo keessaa baasee magaalaa Adaamaa keessatti #Viillaa sadarkaa isaa eeggate, meeshaa manaa hunda baasii mataa isaatin itti guutee haadha manaa godhee saba Oromoo hundatti kabajaa hore abbaa hardha Halloon mana ishee keessaa reeffi ishee kabajaan akka bahu kan godhe qabeenyaa keenya obbo #Sayyid_Daamxooti. Obbo Sayid Daamxoo abbaa qabeenya bishaan Afrikaati. Oromoon hundi nama kana nuuf galateeffadhaa. Nama jechuun kan gaafa du'an uuffata gurraacha uffatee gaddu osoo hin taane kan gaafa jiran jiraatti nama waliin dhaabbatu. @segnigudeta
12.8K viewsSanyii Guddataa, edited  19:26
Buka / Bagaimana
2023-10-16 22:04:37
Waamicha Qormaata Afaanii fi Yaada Uummataa
-----------------
(Onkoloolessa 5,2016 MMWO)-Dorgomtoota gita hojii banaa Gargaaraa Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaaf dorgomaa jirtan keessaa kunneen maqaan keessan armaan gaditti maxxanfame qormaata afaanii (interview)f waan dabartaniif gaafa 9/2/2016   ganama keessaa sa'aatii 3:00 irratti  qormaata afaanii (Interview)f magaalaa Adaamaatti   akka argamatan beeksisaa, dorgomtoonni yeroo ammaa waajjiraalee mootummaa gara garaa keessa hojjataa jirtan yoo jiraattan xalayaa haala  naamusa keessanii ibsu waajjira hojjataa jirtan irraa qabattanii akka dhiyaattan ni hubachiifna.
Hub-Bakka qormaanni afaanii ('interview')n itti kennamu guyyaa muraasa keessatti  isin beeksifna
------------------
Hawaasni bal'aanis  naamusa  dorgomtoota maqaan isaanii armaan gaditti maxxanfame kana irratti yaada qabdan karaa toora facebook keenyaa 'inbox' akka nuuf gootan ni gaafanna.
14.5K viewsSanyii Guddataa, 19:04
Buka / Bagaimana
2023-10-14 00:07:13
#Selfdevelopment

1. Self-awareness: Start by understanding yourself, your strengths, weaknesses, values, and beliefs. Self-awareness is the foundation of personal development.

2. Set Clear Goals: Define specific, measurable, achievable, relevant, and time-bound (SMART) goals for different areas of your life.

3. Continuous Learning: Make learning a lifelong habit.

4. Embrace Change: Be open to change and adaptability.

5. Time Management: Effective time management is crucial.

6. Positive Thinking: Cultivate a positive mindset.

8. Resilience: Understand that setbacks and failures are part of the personal growth journey.

9. Health and Well-being: Take care of your physical and mental health through regular exercise

10. Relationships: Nurture positive, meaningful relationships with others.

12. Reflection: Regularly reflect on your progress and adjust your strategies as needed.

13. Persistence: Personal development is a long-term journey. @segnigudeta
12.7K viewsSanyii Guddataa, edited  21:07
Buka / Bagaimana
2023-10-13 23:00:48 BEEKSISA QACARRII

Kilinikni Gidduu galeessa Calliyaa ogeessa armaan gadii qacaruu barbaada.

1. NARSII #01 (senior diploma nurse)
  
   Sadarkaa barumsaa: dippiloomaa
   MUUXANNOO HOJII: waggaa 5
   Eeyyama hojii (licence) kan qabuu fi COC kan darbe

2. Ogeessa LAABORAATORII #01 (senior lab technician)
  
   Sadarkaa barumsaa: dippiloomaa
   MUUXANNOO: waggaa 3
   Eeyyama hojii (licence) kan qabuu fi COC kan darbe

MIINDAA: Waliigaltee dhaan
GUYYAA GALMEE: guyyaa beeksisni kun bahee hanga
                                       torban tokkoo tti

BAKKA HOJII: godina Shawaa Lixaa, aanaa Calliyaa;
                              magaala Geedoo, ganda 02, hoteela
                              Calliyaa 1ffaa fuuldura daandii
                              Geedoo-Fincaa'aa irraa 100m seenee.

GALMEEF: suuraa 2; ragaa barumsaa guutuu kan ta'e
                         oriijinaalaa fi koppii hin deebine waliin

BILBILA ittiin argamnu:
0949 41 11 11
0911 70 92 42
13.2K viewsSanyii Guddataa, 20:00
Buka / Bagaimana
2023-10-13 20:53:55 Qatar Airways  Group

Position -
Airport Services Duty Officer
Education: Bachelor’s Degree
Find More Details here
         
https://elelanajobs.com/job/qatar-airways-group-oct-13-23/

Deadline: October 22/23
15.4K viewsFiroomin Isan, 17:53
Buka / Bagaimana
2023-10-13 20:46:42 IMALA KEE DURSII KANA HUBADHU!

❍ #Namni maal naan jedhaa?'n waan namni siin jedhu jijjiiree hin argamu; garuu eenyummaan kee gooftaa waan siin jedhamuuti. Kanaaf ofitti amanummaa kee gabbisii qabadhu! Akka siin jedhan ta'uuf osoo hin taane, akka taatee argamtu akka jedhamtuuf hojjedhu! Hamma geessus hin ibsin; hammi geessu suniyyuu ragaadha. Hundaaf gurra ergisuunis gurra kaayyoo ofiitti dugda gatuu akka ta'e yaadaan qabadhuu deemsa itti fufi!

     » Imala milkii!

❍ Gaafa sochii eegaltu sirrattis sochiitu eegalama. Waa'een kee karaa lamaan odeeffamuu itti fufa. Kaan sababa malee si jibba, sirratti odeessa, maqaa kee faalee dhiisuu dida, dhagaa filee sitti darbata. Kaan immoo ofitti si waama, harka walitti siif rukuta, dibbee siif reeba! Eeyyeen kanatu jira! Kun jiraachuu isaa hubachuu fi kanaaf deebii akkamii akka laattus of harkaa qabaachuutu si ceesisa.

❍ Kan akka hin taaneen si hordofu hin hordofin! "Jaldeessa faana dha'uun hallayyaa nama buusa!" jedha Oromoon yeroo mammaaku. Kan sitti wacu gargaartee sagalee wacaa ol kaasuun, gurra gara kaayyoo keetii hin butuchiin, dhagaa sitti darbamuu walitti qabii riqicha ce'umsaa fi mana galmaa ittiin ijaarratta, jechoota si hin ilaalle sitti maxxanan immoo akka dubbii waa'ee hin baafnee fi balfa gatamaatti fageenyatti ofirraa eegi!

⩩ Akkasuma, kan si faarsu faana of hin faarsin; gaafa si arrabsu faana of arrabsuu malta. Sagalee weedduu iddoo siif hin malletti miirri siif kennu dhageessee weedduu fi gonfoo gaara mo'ichaa irraa akka hin hafnetti of eegi! Badhaasa siif kennamu adda baasii beeki! Badhaasni fi jajjabeessi siif hin malle itti quufinsa sobaa si gonfachiisuun karaa jal'aa irra si qajeelcha. Eeyyeen, kan siif laatu kennaa isaa dura, eenyummaa isaa adda baasi! Hubataa ta'i!

⩩ Kan siif jibbu jaalattee, kan si jibbu hin jibbin! Kan siif reebu ol kaastee, kan si reebu reebuuf yeroo fi anniisaa kee hin gubin! Kana hundumaa, akka galumsaatti, keessumeessuu akka dandeessuuf ogummaa dabaladhu!
Via leadership. @segnigudeta
15.8K viewsSanyii Guddataa, edited  17:46
Buka / Bagaimana