Get Mystery Box with random crypto!

Sanyii Guddataa

Logo saluran telegram segnigudeta — Sanyii Guddataa S
Logo saluran telegram segnigudeta — Sanyii Guddataa
Alamat saluran: @segnigudeta
Kategori: Pekerjaan
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 154.16K

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


Pesan-pesan terbaru 49

2023-11-03 21:55:27
20.7K viewsSanyii Guddataa, 18:55
Buka / Bagaimana
2023-11-03 21:55:25 Qabxiin Sagantaa Fooyyessa Dandeettii ifoome Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Mootummaa fi filannoowwan biroon barnoota fooyyeesa dandeettii hordofuuf qabxiin dandeessisu ifoomeera.

Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuun qabxii seensa Yuunivarsiitii osoo hin galmeessiin hafan, ulaagaalee Ministeerri Barnootaa kaa’een qabxiin sagantaa Fooyyeessa dandeettii hordofuuf isaan dandeessisu ifoomeera.

Haaluma kanaan:
Barattoota Saayinsii Umamaa idilee fi galgalaa dhiiraaf 700 keessa 255 kan fidan

Barattoota Saayinsii Umamaa barattootaa idilee fi galgalaa dubaraaf 700 keessa 234 kan fidan

Barattoota Saayinsii Hawaasaa idilee fi galgalaan dhiiraaf 600 keessaa 218 kan fidan

Barattoota Saayinsii Hawaasaa idilee fi galgalaan dubaraaf 600 keessaa 200 kan fidan

Barattoota Naannolee guddatoo Saayinsii Umamaan dhiiraafa 700 keessaa 224 kan fidan

Barattoota Naannolee guddatoo Saayinsii Umamaan dubaraaf 700 keessaa 210 kan fidan

Barattoota Naannolee guddatoo Saayinsii Hawaasaan dhiiraaf 600 keessaa 192 kan fidan

Barattoota Naannolee guddatoo Saayinsii Hawaasan dubaraaf 600 keessaa 180 kan fidan

Barattoota Naannawaa Horsiisiee Bultootaa Saayinsii Umamaa Dhiiraaf 700 keessaa 210 kan fidan

BarattootaNaannawaa Horsiisee Bultootaa Saayinsii Umamaa Dubaraaf 700 keessaa 210 kan fidan

Barattoota Naannawaa Horsiisiee Bultootaa Saayinsii Hawaasaa dhiiraa 600 keessaa 180 kan fidan

Barattoota Naannawaa Horsiisiee Bultootaa Saayinsii Hawaasaa Dubaraaf 600 keessaa 180 kan fidan

Barattoota Qaro Dhabeeyyi Saayinsii Hawaasaan dhiiraaf 500 keessaa 150 kan fidan

Barattoota Qaro Dhabeeyyi Saayinsii Hawaasaan dubaraaf 500 keessaa 150 kan fidan ta’uu qabu jedhameera. Via FBC @segnigudeta
21.3K viewsSanyii Guddataa, 18:55
Buka / Bagaimana
2023-11-01 16:39:29 Dejen G/Meskel Import and Export For Fresh & Exp

Req No: 100++

1 - Salesman
2 - Commission Sales Man
3 - Senior Sales & Tender Officer
4 -  Senior Import Officer
5 - Senior Export Officer
6 - Senior Planning & Business Development Officer
Find More Details here
         
https://elelanajobs.com/job/dejen-g-meskel-import-and-export-nov-01-23/

Deadline: November 06/23
16.1K viewsFiroomin Isan, 13:39
Buka / Bagaimana
2023-11-01 16:30:21 Commercial Nominees

1 - Senior Network and Hardware Technician
2 - Senior Auditor
3 - Senior Security Service Officer
4 - Security Service Supervisor
5 - Store and Archive Clerk
Find More Details here
         
https://elelanajobs.com/job/commercial-nominees-nov-01-23/

Deadline: November 07/23
15.7K viewsFiroomin Isan, 13:30
Buka / Bagaimana
2023-11-01 15:25:56 Hamad Bin Khalifa University Scholarship

College of Humanities & Social Sciences
College of Science & Engineering
College of Law
College of Health & Life Sciences
College of Public Policy
College of Islamic Studies:
Find More Details here
         
https://elelanajobs.com/job/hamad-bin-khalifa-university-scholarship-nov-01-23/

Deadline: February 01/24
16.1K viewsFiroomin Isan, edited  12:25
Buka / Bagaimana
2023-10-29 21:09:01
Badhaafamtoota baga gammaddan

Busha Tekalign 1ffaa
Yosef Abdeta 2ffaa
Dawit Bekele 3ffaa

Injifatoonni karaa keessaa bilbila keessan ergaatii badhaasa keessan fudhaa @segnigudeta
12.7K viewsSanyii Guddataa, 18:09
Buka / Bagaimana
2023-10-29 20:34:05 Poland Scholarships without IELTS

University: Poland Universities
Degree Level: Bachelors, Masters, PhD
Scholarship Coverage: Fully Funded
Eligible: All International
Award Country: Poland
Find More Details here
         
https://elelanajobs.com/job/fully-funded-lgnacy-lukasiewicz-scholarship-oct-29-23/

Deadline: Open Now
13.2K viewsFiroomin Isan, 17:34
Buka / Bagaimana
2023-10-29 19:17:42 https://www.facebook.com/100070669717820/posts/363503836015271/?mibextid=eimWu5Utm3dJgHwj
14.9K viewsSanyii Guddataa, 16:17
Buka / Bagaimana
2023-10-29 19:16:42
#Jijjiiramaaf: ana caalaa namni sirriin, amma caalaa yeroon sirriin, addana caalaa bakki sirriin hin jiru!_ Daandii Mo'attootaa Amaloota mo'attoota wal fakkeessan keessa mee tokko barreessa.
14.8K viewsSanyii Guddataa, edited  16:16
Buka / Bagaimana
2023-10-29 15:37:37 Amibara Properties Real State

1 - Customer Service Officer
2 - Personnel and General Service Officer
3 - Chief Marketing and Branding Manager
4 - Strategy and Program Manager
Find More Details here
         
https://elelanajobs.com/job/amibara-properties-real-state-oct-29-23/

Deadline: November 05/23
17.4K viewsFiroomin Isan, 12:37
Buka / Bagaimana