Get Mystery Box with random crypto!

Sanyii Guddataa

Logo saluran telegram segnigudeta — Sanyii Guddataa S
Topik dari saluran:
Coopbank
Sammuu
Success
Logo saluran telegram segnigudeta — Sanyii Guddataa
Topik dari saluran:
Coopbank
Sammuu
Success
Alamat saluran: @segnigudeta
Kategori: Pekerjaan
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 154.49K

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


Pesan-pesan terbaru 62

2023-08-28 20:47:19 #New# Berhan Bank S.C

Education: Accounting and Finance, Business, Economics, Accounting, Management, Business Administration, MIS, Banking and Insurance or related field.
Find More Details here
         
https://elelanajobs.com/job/berhan-bank-s-c-august-28-23/

Deadline: September 01/23
16.2K viewsFiroomin Isan, edited  17:47
Buka / Bagaimana
2023-08-28 20:25:24
#Kabajamoo hordoftoota toora
#miidiyaa hawasaa koo kan taatan martuu #galatoomaa/Thank you

Kaayyoon koo "Dhaloonni ilaalcha gaarii akka qabaatu barsiisuu, leenjisuu fi fakkeenya ta'ee jiraachuu dha".

➦➣Facebook Page koo #follow godha

https://www.facebook.com/profile.php?id=100070669717820

Telegiramii  koo t.me/segnigudeta
16.8K viewsSanyii Guddataa, edited  17:25
Buka / Bagaimana
2023-08-28 17:57:48 #New# Abay Bank SC

Education: Accounting & Finance, Management, Business, Procurement and supplies Management/Supplies Management/Secretarial Science and Office Management/Administrative Service Management, Computer Science, IT, Network Engineering, Computer Engineering, Electrical Engineering or -related field with experience.
Find More Details here
         
https://elelanajobs.com/job/abay-bank-sc-august-28-23/

Deadline: September 01/23
18.1K viewsFiroomin Isan, 14:57
Buka / Bagaimana
2023-08-28 16:10:06
Addis Media Network

የቅጥር ማስታወቂያ

አዲስ ሚዲያ ኔትዎርክ ከዚህ በታች በተገለጹት ክፍት የስራ መደቦች ላይ አመልካቾችን አወዳድሮ ለመቅጠር ይፈልጋል፡፡
19.2K viewsFiroomin Isan, 13:10
Buka / Bagaimana
2023-08-28 15:23:07 eTech For Fresh & Exp

1 - Junior Software Developer
2 - Human Capital & Admin Senior Officer
3 - Digital Innovation Hub/DIH Department Manager
Find More Details here
         
https://elelanajobs.com/job/etech-august-28-23/

Deadline: September 08/23
18.8K viewsFiroomin Isan, edited  12:23
Buka / Bagaimana
2023-08-25 16:23:45 Huawei Free Online Courses 2023-24 with Certificate

Provided by: Huawei
Total No. of Courses: 250+
Course Fee: Free of Cost
Eligible nationality: All Nationalities
Access Mode: Online
Find More Details here
         
https://elelanajobs.com/job/huawei-free-online-courses/

Last Date: Opened Now
14.3K viewsFiroomin Isan, 13:23
Buka / Bagaimana
2023-08-25 15:59:28 #Naqamtee_fi_Shaashmannee!

Gita hojii haaraa baay’ee bal’aa dhaabbanni keenyi #Daandiin_Qilleensa_Itoophiyaa amma baasee jiru irratti, galmeen #Yuunibarsiitii_Wallaggaa fi #Yuunibarsiitii_Madda_Walaabuu_Damee_Qonnaa_Shaashmanneetti geggeeffamu akka hin eegalamin komiin tokko tokko turaniiru. Galmeen #Shaashmaneetti geggeeffamaa jiru bakki galmee duraan #Shashamane_Poly_Technique akka ta’e isiniif qoodeen ture. Amma ammoo gara mooraa ani armaan olitti eere keessatti ta’uusaa adda baafadheera waan ta’eef isinis kana hubadhaatii dhaqaa galmaa’aan isiniin jedha. Suuraan armaan gadii #Shaashmanneetti galmeen bifa kanaan geggeeffamaa akka jiru ragaa qabatamaa naaf ergame dha.

Kan #Yuunibarsiitii_Wallaggaa galmeen dhuguma turee reefuu #Kamisa kaleessaa eegala. Kunis warri akka galmeessaniif ergaman haalota garaa garaan yeroon #Naqamtee ga’uu dadhabuu isaaniirraa kan ka’e dha. Kanaaf galmeen August 24-27, 2023 ykn Kamisa kaleessaa irraa eegalee hanga Dilbataatti kan turu yemmuu ta’u, galmeessitoonni dafanii qaqqabuu dhiisuu isaaniin Sanbatoonni lamaan waan itti dabalamaniif, Sanbata lamaan fuula keenya dura jiranillee dhaqxanii galmaa’uu akka dandeessan quba-qabaadhaa!

Kanarraan kan hafe, #Oromiyaa fi guutummaa biyyattii bakka garaa garaa keessatti, galmeen akkuma karoorfameen raawwachaa jiraachuusaa odeeffadheera.

#Singapore’n ijoolleema amma galmaa’aa jirtu kana keessaan tokkotti kennee biyya abbaakootti deebi’aa jabaadhaa!!!

#Mirgaan_galleen_miilana!!!

Via Telila Deressa Gutema
14.8K viewsSanyii Guddataa, 12:59
Buka / Bagaimana
2023-08-25 15:59:15
13.0K viewsSanyii Guddataa, 12:59
Buka / Bagaimana
2023-08-25 15:13:31 Subject: - Call for Written Examination.

Through telephone based communication, the under listed graduates are shown willingness to compete for Associate Branch Sales & Customer Service Officer or other equivalent position for Branches found under Dire Dawa District.

Thus, you are kindly invited to take a written examination that will be held on Saturday, August 26, 2023, in the morning session at 9:00 AM (3:00 Local Time) at Dire Dawa Town, Bisrate Gebriel School, which is located around number one.

Please bring your identity card and original documents along with unreturned copy while you come for examination.

Note: No one can seat on written examination without bringing the fore said documents.

Please check the name list of applicants @segnigudeta
14.3K viewsSanyii Guddataa, edited  12:13
Buka / Bagaimana
2023-08-25 14:49:22
#Qubee Electronics giddugala gurgurtaa meeshaalee elektirooniksii yoo ta'u, Computer, Laptop, Tablet, Bibiloota smart ta'anii fi aksaseeroota garaa garaa orjinaala isaa amanamummaadhaan isiniif dhiyeessa. Biiroleef, bakkeewwan hojii dhuunfaaf, barsiisota, barattootaa fi daldaltootaaf meeshaalee elektirooniksii armaan olitti caqafaman bakka jirtanitti ni dhiyeessa."

Caalaa Kaffalaa dhuguma dhaloota qubeeti. Bara 2020 Yuunivarsiitii Finfinnee irraa Chemical and Bioengineering qabxii olaanan eebbifame. Hiriyootasaa waliin ta'anii hojii uummatan. Har'a ofirra darbanii nama biraaf hojii uumaniiru.

Anis har'a Qubee electronics *tti gore muuxannoo biizinasii hedduu irraa baradhe bilbila irraa bitadhe gale Walitti gurguruu, wal irraa bituun jabaateera. Ammas jabaatee itti fufuu qaba.

Teessoon; Finfinnee, Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa (Oromia Tower) keessatti argamna.Lakkoofsa Bil; +251911539551

#HUB. Namonni waliin hojjechuu barabaadan keessan nu dubbisaa galatoomaa.
14.4K viewsSanyii Guddataa, edited  11:49
Buka / Bagaimana