2023-09-20 22:34:52
Beeksisa hojii
°°°°°°°°°°°°°°°°°°
• Yeroon Galmee: 07/01/2016 hanga 18/01/2016tti
• Bakka Galmee: Hospitaala Riferaalaa Yuunivarsiitii Wallaggaa kutaa humna namaa.
Hospitaalli Riferaalaa Yuunivarsitii Wallaggaa Gita Hojii adda addaa irratti Dorgomtoota dhaabbii dhan Qacaruu barbaada.
Haaluma kanaan namoonni ulaagaalee armaan gadii guuttan akka dorgomtan isin beeksisna.
#Yeroon Galmee: 07/01/2013 hanga 18/01/2016tti
# Bakka Galmee: Hospitaala Riferaalaa Yuunivarsiitii Wallaggaa kutaa humna namaa. @segnigudeta
18.1K viewsSanyii Guddataa, edited 19:34