Get Mystery Box with random crypto!

Qabxiin Sagantaa Fooyyessa Dandeettii ifoome Dhaabbilee Barnoo | Sanyii Guddataa

Qabxiin Sagantaa Fooyyessa Dandeettii ifoome Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Mootummaa fi filannoowwan biroon barnoota fooyyeesa dandeettii hordofuuf qabxiin dandeessisu ifoomeera.

Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuun qabxii seensa Yuunivarsiitii osoo hin galmeessiin hafan, ulaagaalee Ministeerri Barnootaa kaa’een qabxiin sagantaa Fooyyeessa dandeettii hordofuuf isaan dandeessisu ifoomeera.

Haaluma kanaan:
Barattoota Saayinsii Umamaa idilee fi galgalaa dhiiraaf 700 keessa 255 kan fidan

Barattoota Saayinsii Umamaa barattootaa idilee fi galgalaa dubaraaf 700 keessa 234 kan fidan

Barattoota Saayinsii Hawaasaa idilee fi galgalaan dhiiraaf 600 keessaa 218 kan fidan

Barattoota Saayinsii Hawaasaa idilee fi galgalaan dubaraaf 600 keessaa 200 kan fidan

Barattoota Naannolee guddatoo Saayinsii Umamaan dhiiraafa 700 keessaa 224 kan fidan

Barattoota Naannolee guddatoo Saayinsii Umamaan dubaraaf 700 keessaa 210 kan fidan

Barattoota Naannolee guddatoo Saayinsii Hawaasaan dhiiraaf 600 keessaa 192 kan fidan

Barattoota Naannolee guddatoo Saayinsii Hawaasan dubaraaf 600 keessaa 180 kan fidan

Barattoota Naannawaa Horsiisiee Bultootaa Saayinsii Umamaa Dhiiraaf 700 keessaa 210 kan fidan

BarattootaNaannawaa Horsiisee Bultootaa Saayinsii Umamaa Dubaraaf 700 keessaa 210 kan fidan

Barattoota Naannawaa Horsiisiee Bultootaa Saayinsii Hawaasaa dhiiraa 600 keessaa 180 kan fidan

Barattoota Naannawaa Horsiisiee Bultootaa Saayinsii Hawaasaa Dubaraaf 600 keessaa 180 kan fidan

Barattoota Qaro Dhabeeyyi Saayinsii Hawaasaan dhiiraaf 500 keessaa 150 kan fidan

Barattoota Qaro Dhabeeyyi Saayinsii Hawaasaan dubaraaf 500 keessaa 150 kan fidan ta’uu qabu jedhameera. Via FBC @segnigudeta