2024-02-22 06:34:13
Telegiraamiin Keessan Baankii Keessan!
OrooDijitaaliin ni Danda'ama.
Baankiin Oromiyaa Chaanaalii Teleegiraamii Fayyadamuun Tajaajila Baankii kennuu akka eegale qubda Qabdu
OrooDigital Bot ( https://t.me/Oroodigital_bot )tiin Tajaajila Baankii Kamiyyuu Fayyadamuu akka dandeessan wayita isiniif ibsinu gammachuu guddaatu nutty dhagahama
Tajaajila Baankii saffisaa, amansiisaa fi nageenyi isaa eegame yoo feetan OrooDigital Fayyadamaa.
https://t.me/Oroodigital_bot
ቴሌግራምዎ ባንክዎ!
በኦሮዲጂታል ይቻላል!
ኦሮሚያ ባንክ የቴሌግራም ቻናልን በመጠቀም የባንክ አገልግሎት መስጠት መጀመሩን ሰምተዋል፡፡
በቴሌግራም ቻናልዎ ላይ OrooDigital Bot (https://t.me/Oroodigital_bot )በመጠቀም ማንኛዉም የባንክ አገልግሎት ማግኘት የምትችሉ መሆኑን ስንገልጽልዎ ታላቅ ደስታ ይሰማናል፡፡
ፈጣን፣ አስተማማኝ እና ድህንነቱ የተጠበቀ የባንክ አገልግሎት ከፈለጉ ኦሮዲጂታልን ይጠቀሙ፡፡
https://t.me/Oroodigital_bot
13.3K views03:34