Get Mystery Box with random crypto!

Oromia Bank

Logo saluran telegram oromiabankofficial — Oromia Bank
Alamat saluran: @oromiabankofficial
Kategori: Ekonomi
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 67.91K
Deskripsi dari saluran

Oromia Bank is continually adopting modern approaches to optimize operations, add value and provide enhanced superior customer experiences.

Ratings & Reviews

3.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


Pesan-pesan terbaru

2024-04-25 17:42:03
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 4ffaa Baankii Oromiyaa irraa!

Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa marsaa 4ffaa badhaafamaa!

1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768
2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Mallattoo Share fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa!

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu.

4ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ!

መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ4ኛ ዙር ተሸላሚ ይሁኑ!

1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768
2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ
5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት ያግኙ
6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ

መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ!

አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
12.6K views14:42
Buka / Bagaimana
2024-04-20 06:09:45
Baricha waliin qaroomaa!

Guyyoota boqonnaa keessanii tajaajila ATM fi Poosii OrooDijitaalii fayyadamuun bittaa fi gurgurtaa keessaniif haala mijeessaa.

#OrooDigital_ATM_24/7_Tajaajila_ATM_fi_Poosii

ከዘመኑ ጋር ይዘምኑ!

በእረፍት ቀናትዎ የኦሮዲጂታል የኤቲኤም እና ፖስ ማሽን አገልግሎቶችን በመጠቀም ግብይትዎን እና የክፍያ አማራጮትን ያመቻቹ።

#ኦሮዲጂታል_24/7_የኤቲኤም_እና ፖስ_አገልግሎት
12.9K views03:09
Buka / Bagaimana
2024-04-19 06:10:11
OrooBarakaa, pioneered in introducing Sharia compliant Interest Free Banking Services (IFB) to the Ethiopian Banking Industry for the first time.

Juma Mubarak from Oromia Bank!
13.5K views03:10
Buka / Bagaimana
2024-04-18 06:32:08
በUSSD የሞባይል አየር ሰዓት ይሙሉ!

በኦሮዲጂታል ባሉበት ቦታ ሆነው ምቹ እና ቀላል በሆነ የUSSD ሞባይል ባንኪንግ አገልግሎትን በመጠቀም የሞባይል አየር ሰዓት በቀላሉ መሙላት እንዳሚችሉ ስናስተዋውቅ በደስታ ነዉ፡፡

አየር ሰዓት ለመሙላት ይህንን ቀላል ሂዳት ይከተሉ።
13.6K views03:32
Buka / Bagaimana
2024-04-18 06:31:34
OrooDijitaaliin Yeroo Qilleensaa Salphaatti.

USSD OrooDijitaaliin Itiyoo Telekoom irraa Yeroo Qilleensaa Bitaadhaa!

Fayyadamuuf salphaa fi mijataa kan ta’e tajaajila Baankii Moobaayilaa USSD OrooDijitaalii (*840#) fayyadamuun yeroo qilleensaa guutuu akka dandeessan yeroo ibsinu gammachuu guddaadhaani.

Yeroo qilleensaa bitachuuf adeemsa salphaa armaan gadii hordofaa!
13.2K views03:31
Buka / Bagaimana
2024-04-16 06:10:07
#OrooDigital

Welcome to the Future Now!

Easy access to your accounts from anywhere in the world!

Download the app now and experience the convenience with no limit.

Download the App:

Play-Store
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromiabank.mobilebanking

iOS
https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355

OrooDigital Internet Banking at:
https://oroodigital.com/InternetBanking/
12.9K viewsedited  03:10
Buka / Bagaimana
2024-04-15 09:53:23
Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Monday April 15, 2024
13.9K views06:53
Buka / Bagaimana
2024-04-15 06:10:49 Akkamiin haa qusadhu jettanii yaaddoftuu?

Tooftaalee salphaa qusannaa 9!

እንዴት ልቆጥብ ብለዉ ይጨነቃሉ?

ገንዘብ ለመቆጠብ የተሻለ 9 ጠቃሚ ምክሮች!
13.9K viewsedited  03:10
Buka / Bagaimana
2024-04-13 09:23:52
#The_Future_Now #OrooDigital #Experience_the_convenience!
14.3K views06:23
Buka / Bagaimana
2024-04-13 06:11:17
#Instaagiraamii_keenya_irratti_tilmaamuun_badhaafamaa #በባንካችን_ኢንስታግራም_ይገምቱ_ይሸለሙ

#Arsenal_Vs_Aston_Villa

Bu’aa tapha kanaa namoota tilmaamanii deebii sirrii argataniif Baankiin Oromiyaa badhaasa qopheessera. Hirmaadhaa!

Seera dorgomiichaa:

1. Inistaagiraamii Baankii keenyaa “Follow” gochuun, tilmaama sirrii sanduuqa yaadaa (https://www.instagram.com/oromiaintbank?igsh=a3Ntbm1xMHVhbjMy&utm_source=qr) jalatti barreessuu. Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu.
2. Maxxansa kana qooduu (share) gochuu.

#አርሴናል_Vs_አስቶን_ቪላ

የዚህን ጨዋታ ዉጤት በትክክል ለገመቱ ተከታዮቻችን የኦሮሚያ ባንክ ሽልማት አዘጋጅቷል። ይሳተፉበት!

የዉድድሩ ህጎች፣

1. የባንካችንን ኢንስታግራምን "Follow" በማድረግ መልሱን በኢንስታግራም ሀሳብ መስጫ ሳጥን (https://www.instagram.com/oromiaintbank?igsh=a3Ntbm1xMHVhbjMy&utm_source=qr) ዉስጥ ይፃፉ:: የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም።
2. ይህንን መልዕክት ያጋሩ፡፡

Follow and predict at our official Instagram (https://www.instagram.com/oromiaintbank?igsh=a3Ntbm1xMHVhbjMy&utm_source=qr)
12.7K views03:11
Buka / Bagaimana