Get Mystery Box with random crypto!

OrooDijitaaliin Yeroo Qilleensaa Salphaatti. USSD OrooDijita | Oromia Bank

OrooDijitaaliin Yeroo Qilleensaa Salphaatti.

USSD OrooDijitaaliin Itiyoo Telekoom irraa Yeroo Qilleensaa Bitaadhaa!

Fayyadamuuf salphaa fi mijataa kan ta’e tajaajila Baankii Moobaayilaa USSD OrooDijitaalii (*840#) fayyadamuun yeroo qilleensaa guutuu akka dandeessan yeroo ibsinu gammachuu guddaadhaani.

Yeroo qilleensaa bitachuuf adeemsa salphaa armaan gadii hordofaa!