Get Mystery Box with random crypto!

Oromia Bank

Logo saluran telegram oromiabankofficial — Oromia Bank O
Logo saluran telegram oromiabankofficial — Oromia Bank
Alamat saluran: @oromiabankofficial
Kategori: Ekonomi
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 70.38K
Deskripsi dari saluran

Oromia Bank is continually adopting modern approaches to optimize operations, add value and provide enhanced superior customer experiences.

Ratings & Reviews

3.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


Pesan-pesan terbaru 6

2024-01-27 13:51:36 Oromia Bank January 27, 2024 External Vacancy Announcement
13.2K viewsedited  10:51
Buka / Bagaimana
2024-01-27 06:26:05
#ORO_ATM 24/7

Guyyoota boqonnaa keessaan tajaajila Baankiin dhabe jettanii hin yaadda’inaa! ORO ATM fayyadamaa!

በእረፍት ቀናት የባንክ አገልግሎት አላገኝም ብለዉ አይጨነቁ! ኦሮ ኤቲኤም ይጠቀሙ!

Learn More: https://www.oromiabank.com/atmbanking/
13.9K views03:26
Buka / Bagaimana
2024-01-26 15:05:07
Baga Gammaddan!

Birrii Kuma Ayyaana Cuuphaadhaan, Kennaa Ayyaana Cuuphaa Baankii Oromiyaa irraa, Liinkii Telegram Baankii Keenyaa yoo xiqqaate namoota 50’f qooduun badhaafamaa jennee hirmannaa gaafanneef namoonni hedduun hirmaataniiru.

Namootni seera dorgomichaa eeguun sirnaan nama 50 fi isaa ol affeeran 30 badhaasa addaa torbee kanaa injifataniiru.

እንኳን ደስ አላችሁ!

ሺ ብር በጥምቀት፣ የጥምቀት በዓል ገፀ በረከት ከኦሮሚያ ባንክ፣ የባንካችንን የቴሌግራም ቻናልን ሊንክ ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ ብለን ለጠየቅነዉ በርካታ ሰዎች ተሳትፈዋል፡፡

የውድድሩን ህጎች በመጠበቅ ያጋሩ 30 ሰዎች የዚህ ሳምንት ልዩ ተሸላሚ ሆነዋል፡፡
15.0K views12:05
Buka / Bagaimana
2024-01-26 09:38:02
Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Friday January 26, 2024
13.5K views06:38
Buka / Bagaimana
2024-01-26 06:29:28
Herrega Investimentii Mudaraabbaah

Herregni kun maamiltoonni keenyaa fi Baankiin investimentii irratti akka bobba’an kan gargaaruu fi bu’aa argamsiisudha. Bu’aan argamus akkaataa seera Shari’aan kan qoodamu ta’a.

Odeefannoo dabalataaf Damee Baankii Oromiyaa isinitti dhiyoo jiru marisisaa!

Jum’aa Gaarii Baankii Oromiyaa irraa!

ሙዳረባ የኢንቨስትመንት ሂሳብ

ይህ ሂሳብ ደንበኛችን እና ባንኩ በኢንቨስትመንት ላይ እንዲሰማሩ እድል የሚሰጥና ትርፍ የሚያስገኝ ነው፡፡ የሚገኘው ትርፍም በሸሪዓው መርህ መሰረት የሚከፋፈል ይሆናል።

ለበለጠ መረጃ በአቅራቢያችሁ ወደሚገኝ የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች ጎራ ይበሉ!

መልካም ጁመዓ ከኦሮሚያ ባንክ!
13.8K views03:29
Buka / Bagaimana
2024-01-25 10:07:26
Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Thursday January 25, 2024
15.5K views07:07
Buka / Bagaimana
2024-01-25 06:26:38
Gara Baankii Oromiyaa Damee Boosatitti Baga Nagaan Dhuftan!

Hojjettootni Baankii keenyaa tajaajila olaanaa isiniif malu isiniif kennuuf qophiin isin eegaa jiru.

Teessoon: Magaalaa Adaamaa, naannoo “Amadee” gamoo fulduura Raabsaa Boba’aa Sisaay darbii 1ffaa irratti argamna.

ወደ ኦሮሚያ ባንክ ቦሰት ቅርንጫፍ እንኳን በደህና መጡ!

የባንካችን ሰራተኞች ለእናንተ የሚገባዎትን የላቀ አገልግሎት ለመስጠት እርሶዎን እየተጠባበቁ ይገኛሉ::

አድራሻ፡- አዳማ ከተማ አመዴ አካባቢ፤  ሲሳይ ነዳጅ ማደያ ፊት ለፍት በሚገኘው ህንፃ 1ኛ ፎቅ ላይ እንገኛለን።

Serving to Empower You!
12.8K views03:26
Buka / Bagaimana
2024-01-24 15:26:18 Oromia Bank External Vacancy Announcement, January 24, 2024
15.5K views12:26
Buka / Bagaimana
2024-01-23 09:58:07
Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Tuesday January 23, 2024
13.4K views06:58
Buka / Bagaimana
2024-01-22 06:25:37
Hello Monday from Oromia Bank

Odeeffannoo tajaajila Baankii Oromiyaa fi gita hojii banaa Baankiin keenya baasu yeroon argachuuf fuula Miidiyaa hawaasaa armaan gadii hordofuun, maatii Baankii keenyaa ta’aa.

ባንካችን ስለሚሰጣቸው አገልግሎቶች እና ክፍት የስራ ማስታወቂያዎች እንዲሁም አዳዲስ እና ወቅታዊ መረጃዎችን ለማግኘት የሚከተሉትን የባንካችን የማህበራዊ ሚዲያ ገፆች ቤተሰብ ይሁኑ።

1. Facebook: https://www.facebook.com/oibsc
2. Telegram: https://t.me/OromiabankOfficial
3. LinkedIn: https://lnkd.in/d8gFDsf6
4. Instagram: https://www.instagram.com/oromiaintbank?igsh=a3Ntbm1xMHVhbjMy&utm_source=qr
5. X: https://twitter.com/OromiaBank
6. TikTok: https://www.tiktok.com/@oromiabankofficial?lang=en
7. YouTube: https://www.youtube.com/c/OromiaBank
8. Website: https://www.oromiabank.com/
13.2K views03:25
Buka / Bagaimana