Get Mystery Box with random crypto!

Oromia Bank

Logo saluran telegram oromiabankofficial — Oromia Bank O
Logo saluran telegram oromiabankofficial — Oromia Bank
Alamat saluran: @oromiabankofficial
Kategori: Ekonomi
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 69.96K
Deskripsi dari saluran

Oromia Bank is continually adopting modern approaches to optimize operations, add value and provide enhanced superior customer experiences.

Ratings & Reviews

3.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


Pesan-pesan terbaru 8

2023-12-25 16:46:12
Buufadhaa, Badhaafamaa!

OrooDijitaal Google PlayStore irratti gadhiifameera!

Baankiin keenya maamiltoota Aappii OrooDijitaa PlayStore irraa bufachuun bilbila isaanii irratti fe’aniif badhaasa hawwataa hedduu qopheessee jira.

Badhaafamuuf:
Aappii OrooDijitaalii PlayStore irraa buusuun Install taasisuu, kana booda Screenshot gochuun suuraa karaa keessaa Facebook Baankii keenya (Inbox) nuuf ergaa.

Liinkiin Aappii OrooDigital
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromiabank.mobilebanking&pcampaignid=web_share

ያዉርዱ፣ ይሸለሙ!

ኦሮዲጂታል በGoogle Play-Store ላይ ተለቋል!

ባንካችን የኦሮዲጂታል መተግበሪያን ከPlay-Store ላይ በማዉረድ ለጫኑ ደንበኞቻችን በርካታ አጓጊ ሽልማቶች አዘጋጅቷል፡፡

ለመሸለም
የOrooDigital መተግበሪያን ከPlay-Store ላይ ያዉርዱ እና ይጫኑ፣ የጫኑትን screenshot ያድርጉ፣ በባንካችን የፌስቡክ ገፅ በዉስጥ መስመር ይላኩልን፡፡

የኦሮዲጂታል መተግበሪያ ሊንክ
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromiabank.mobilebanking&pcampaignid=web_share
13.1K viewsOromia Bank, 13:46
Buka / Bagaimana
2023-12-24 22:46:05
#Breaking_News

Applikeeshiniin OrooDigital Haalan eegamaa ture Playstore irratti gadhiifameera.

Liinkii armaan gadii fayyadamaatii buufadhaa. Itti Fayyadamaa

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromiabank.mobilebanking&pcampaignid=web_share

በከፍተኛ ጉጉት ሲጠበቅ የነበረው የOrooDigital መተግበሪያ በPlaystore ላይ ተለቀቀ::

ከታች የሚገኘውን ማስፈንጠሪያ በመጠቀም አሁኑኑ ያውርዱ እና ይጠቀሙበት።

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromiabank.mobilebanking&pcampaignid=web_share

#OrooDigital #The_future_now
14.2K viewsYeron Tolera, 19:46
Buka / Bagaimana
2023-12-22 15:04:57
#Tilmaamaa #Badhaafamaa!
#ይገምቱ #ይሸለሙ!

#Liverpool_Vs_Arsenal

Jargeen Kiloop moo Mikel Arteta?
Eenyutu mirgaan gala? Eenyutu dursummaa Liigiichaan itti fufuu dandaa’a?

የርገን ክሎፕ ወይስ ሚኬል አርቴታ? ጨዋታውን ማን ያሸንፋል? ማንስ የሊጉን መሪነቱን ይዞ ይቀጥላል?

Put your predictions using the link below:

https://www.facebook.com/100070042659717/posts/661411056203644/?mibextid=cr9u03
14.1K viewsOly_Yooyyaa!, 12:04
Buka / Bagaimana
2023-12-21 14:31:49
13.5K viewsOly_Yooyyaa!, 11:31
Buka / Bagaimana
2023-12-21 14:31:46
Baankiin Oromiyaa Hundeefama Tajaajila Baankii Dhala irraa Bilisaa Oroobarakaa waggaa 10ffaa sababeefachuun magaloota garaa garaa keessatti marii Maamilaa waliin taasifamu itti fufeera.

Guyyaa har’aas Maamiltootaa Distriktii Shaashamannee waliin Mariin gaggeefameera.

Walitti dhufeenya Maamiltootaa fi Baankii Oromiyaa jidduu jiru cimsuun hoji bu’a qabeessa hojjechuuf marii kana irratti waliigalameera.

Baankiin Oromiyaa waggoota 10 dura Indastrii Baankii biyya keenyaaf Tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa dursee beeksisuu fi eegaluun Baankii adda dureedha.

ኦሮሚያ ባንክ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ኦሮባራካ የጀመረበትን 10ኛ ዓመት የምስረታ በዓልን ምክንያት በማድረግ በተለያዩ የሀገራችን ከተሞች ከደንበኞች ጋር እየተደረገ የሚገኘዉ ምክክር ተጠናክሮ ቀጥሏል፡፡

በዛሬዉ እለትም ከሻሻማኔ ዲስትሪክት ደንበኞች ጋር የተሳካ ምክክር ተካሂዷል፡፡

በምክክሩ ላይ የባንኩን እና የደምበኞችን ግንኙነት በማጠናቀር በቀጣይነት ዉጤታማ ስራ ለመስራት ስምምነት ላይ ተደርሷል፡፡

ኦሮሚያ ባንክ ከ10 ዓመታት በፊት ለሀገራችን የባንክ ኢንደስትሪ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት በማስተዋወቅ እና በመጀመር ፈር ቀዳጅ ባንክ ነዉ፡፡
13.7K viewsOly_Yooyyaa!, 11:31
Buka / Bagaimana
2023-10-31 16:39:30 Oromia Bank Dire Dawa District External Vacancy Announcement
12.9K viewsOly_Yooyyaa!, edited  13:39
Buka / Bagaimana
2023-10-28 06:31:41
#Tilmaamaa #Badhaafamaa! #ይገምቱ #ይሸለሙ!

Taphoota Piriimiyeer Liigii torban kana taphataman keessaa darbiin Maanchistar tilmaama olaanaa argateera.

Taphni Piriimiyerliigii Ingilizii torbee 10ffaan Old-Tiraafoord irratti Darbii Magaalaa Manchisteeriin Manchester United fi Manchester City gidduutti boor sa’aatii 12:30’tti gaggeefama.

Bu’aa tapha kanaa namoota tilmaamanii deebii sirrii argataniif Baankiin Oromiyaa badhaasa qopheessera. Hirmaadhaa!

በዚህ ሳምንት የእንግሊዝ ፕሪሚየር ሊግ ጨዋታዎች መካከል የማንቸስተር ደርቢ ከፍተኛውን ትኩረት አግኝቷል።

የ10ኛዉ ሳምንት የኢንግሊዝ ፕሪሚየርሊግ ተጠባቂዉ ጨዋታ በኦልድትራፎርድ በማንቸስተር ደርቢ ማንቸስተር ዩናይትድ እና ማንቸስተር ሲቲ መካከል ነገ 12፡30 ላይ ይካሄዳል፡፡

የዚህን ጨዋታ ዉጤት በትክክል ለገመቱ ተከታዮቻችን የኦሮሚያ ባንክ ሽልማት አዘጋጅቷል። ይሳተፉበት!

Put your prediction using the link below: https://www.facebook.com/100070042659717/posts/631494672528616/?mibextid=cr9u03
13.5K viewsOly_Yooyyaa!, edited  03:31
Buka / Bagaimana
2023-10-27 05:59:54
Let Oromia Bank’s OroBaraka to be your trusted partner in achieving your financial aspirations while upholding your beliefs.

Experience the power of Interest-Free Banking Services and embark on a financial journey that aligns with your values.

Jummah Mubarak from Oromia Bank!

#OromiaBank #InterestFreeBanking #ShariahCompliant #JummahMubarak #Friday #IFB #FaithBasedFinance #EthicalBanking #OroBaraka
13.1K viewsOly_Yooyyaa!, 02:59
Buka / Bagaimana
2023-10-25 14:21:03
Baankii Oromiyaatti Dameen Boolee Hundeffama isaa Waggaa 15ffaa Kabaje.

Damee jalqabaa Baankii Oromiyaa kan ta’e Dameen Boolee gamoo Danbal irra jiru waggaa 15’n har'aa hojii eegale.

Hundeeffammi waggaa 15ffaa damee kanaa bakka hoggantonni buleeyyiin baankichaa argamanitti kabajameera.

ኦሮሚያ ባንክ ቦሌ ቅርንጫፍ ስራ የጀመረበትን 15ኛ ዓመት አከበረ።

የኦሮሚያ ባንክ የመጀመሪያ ቅርንጫፍ የሆነው እና ደንበል ህንፃ ላይ የሚገኘው ቦሌ ቅርንጫፍ ስራ የጀመረበት 15ኛ ዓመት የባንኩ ከፍተኛ አመራሮች በተገኙበት ተከብሯል።
12.6K viewsOromia Bank, 11:21
Buka / Bagaimana
2023-10-21 08:23:25 External Vacancy Announcement
14.4K viewsOly_Yooyyaa!, edited  05:23
Buka / Bagaimana