Get Mystery Box with random crypto!

Baga Geessan! Sirni Wal harkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Oromo | Oromia Bank

Baga Geessan!

Sirni Wal harkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Oromoo Gujii Marsaa 75ffaan Ardaa Jilaa Me’ee Bokkootti sirna ho’aan Gaggeeffamaa jira.

Sirni dabarsa Baallii Gadaa waggaa saddet saddeetiin kan gaggeeffamu yoo ta’u kan bara kanaas Gadaa Harmuufaa irraa gara Gadaa Roobaleetti marsaa 75ffaa karaa Nagaan dabarfamaa jira.

Baga Geessan
Baga Geenye!

እንኳን አደረሳችሁ!

የጉጂ ኦሮሞ የገዳ ስርዓት የስልጣን ርክክብ ለ75ኛ ጊዜ በደማቅ ሥነ-ሥርዓት በሜኤ ቦኮ እየተካሄደ ይገኛል፡፡

የገዳ ስርዓት የስልጣን ርክክብ በየስምንት ዓመቱ የሚካሄድ ሲሆን የዘንድሮ የጉጂ ኦሮሞ የገዳ የስልጣን ርክክብም ከገዳ ሀርሙፋ ወደ ገዳ ሮበሌ ለ75ኛ ዙር በሰላማዊ ሁኔታ እየተላለፈ ነዉ፡፡

እንኳን አደረሳችሁ
እንኳን አደረሰን!