Get Mystery Box with random crypto!

Ofitti Amanamummaa! Nageenya qofaaf ollaakee fi naannookee dh | Yaadota Xixinnoo!

Ofitti Amanamummaa!

Nageenya qofaaf ollaakee fi naannookee dhaggeeffadhu itti ba'i. Jireenya hawaasummaakee cimsachuufis isaan fakkaadhu, ittis hirmaadhu. Garuu kayyookee fi mul'atakee dhugoomsuuf eenyuuniyyuu hinfakkaatin, hin akkeessinis! Humnuma si keessa jiru irratti Waaqakee qofa dhaggeeffadhuutti itti fufi. Waaqayyoon hordofaa ofitti amanamummaakees guddifadhu.

By Yeyis Biru
@Yaadota