Get Mystery Box with random crypto!

Yeroo tokko tokko wanti nuti dubbannu iddoo itti dubbannu sana | Yaadota Xixinnoo!

Yeroo tokko tokko wanti nuti dubbannu iddoo itti dubbannu sana ni madaalaa jennee osoo of gaafanne gaariidha. Dubbiin keenya isa tokkoof summii ittiin jireenya isaa dhabu ta'uu mala..Akkasumas numa mataa keenyaaf illee summii qoricha dhabe ta'ee nu dhabamsiisuu danda'a. Maal na-dhiibdeen dubbachuurra, namaafis ofiifis yaaduun gaaruma!.

By Heyo Lemesa
@Yaadota