Get Mystery Box with random crypto!

'Namni hunduu addaa fi adda ta'ee dhalata. Namni kamuu dandeet | Oromoo Inspire ™💡

"Namni hunduu addaa fi adda ta'ee dhalata. Namni kamuu dandeettii addaa namoonni biroo hin qabne qaba. Keessa seeniitii dandeettii addaa kee argadhu. Waan ati qabdu kan warri kaan hanqate ilaali. Barbaadi hojii irra oolchi. Atis addunyaa kana caalaatti bareedduu fi badhaadhaa gochuu dandeessa." dandeettii addaa keetiin.Namni harka duwwaa hin jiru." Namni harka duwwaa addunyaa bareedduu fi jaalala qabeettii kanatti seenee hin jiru.Harki kee guutuudha."

@Oromoo_inspire