Get Mystery Box with random crypto!

seera bu’uura jireenyaa ❶Kan darbee wajjin nagaa buufadhu akk | Oromoo Inspire ™💡

seera bu’uura jireenyaa

❶Kan darbee wajjin nagaa buufadhu akka inni egeree kee hin jeeqneef.
❷Namoonni biroo waa'ee kee wanti yaadan dhimma kee miti.
❸Gammachuu keetiif itti gaafatamaan si qofa.
❹Jireenya kee namoota biroo wajjin wal hin madaalin, wal bira qabuun hattuu gammachuuti.
❺Yeroon waan hunda jechuun ni danda'ama fayyisa. Yeroo itti kenni.
❻Garmalee yaaduu dhiisi.Deebii hunda beekuu dhiisuun homaa miti.
❼Kolfi.Sababni isaa,Abbaan rakkoo addunyaa kanaa si qofa miti.

@Oromoo_inspire