Get Mystery Box with random crypto!

Biyya tokko keessa jaarsa umriin isaa waggaa 75 tokkotu ture g | Yaadota Xixinnoo!

Biyya tokko keessa jaarsa umriin isaa waggaa 75 tokkotu ture guyyaa tokko dhukkubsatee gara mana yaalaa deeme sa'aatii24 erga oksijinii fudhatee booda manni yaalaa doolaara 500 isa gaafatan jaarsi kun garmalee gaddee boo'e ogeessi yaalaa waan kaffalu waan dhabe waan isatti fakkaateef maaliif boossa? Waan kaffalttu hin qabduu? Jedhee isa gaafate innis deebisee lakki yoo barbaadde caallaa siif kaffaluu nan dandaa ana garuu kan na boochise waggaa 75 guutuu qilleensa tola itti fayyadamaa turetuu sa'aatii 24 keessatti doolaara 500 na gaafachuu keeti osoo waaqayyo qilleensa ani sombakootti fudhadhu hundumaaf na kaffalchiisa ta'ee waggaa 75 guutuu maalan kaffala ture jedhe .

@Yaadota