Get Mystery Box with random crypto!

Kitaabota addunyaa kana keessaatti barreeffaman baay'ee saanii | Yaadota Xixinnoo!

Kitaabota addunyaa kana keessaatti barreeffaman baay'ee saanii dubbisuu dandeessa waa baay’ee irraa baruus ta’ee barachuus dandeessa garuu namoota ammuma feete itti dhiyaadhu ammuma feete beeki abadan namoota dubbistee baruu hin dandeessu!

Gaaddidduudha hin qabamu hurriidha ijatti si marma hin baramu hin dubbifamu

Aanaa Firaank
@Yaadota