Get Mystery Box with random crypto!

'Obbo Sibaat... Namichi tokko irra deddeebiin haala barreeffam | Yaadota Xixinnoo!

"Obbo Sibaat... Namichi tokko irra deddeebiin haala barreeffamaa kee qeeqa. Safuu cabsa jedhee si komata" jedheen Alamaayyoo Galaagay

"Eenyudha inni?"

"Xaarxiyoos Za Vaatikaan jedhama maqaan isaa"

"Xaarxii jechuun Afaan Tigriffaan maal akka ta'e beektaa?" Sibaat gaafate.

"Hin beeku"

"Dhuufuu jechuudha. Innis dhudhuufadha"

Maddi:- Seenaa Jireenyaa Sibaat
@Yaadota