Get Mystery Box with random crypto!

Muluu too yaa mululaatee Bottii binnaan sitti ulfaatee Askoo | Yaadota Xixinnoo!

Muluu too yaa mululaatee
Bottii binnaan sitti ulfaatee
Askoo binnaan mucucaatee
Sharaa binnaan sitti taatee
Jiddi Faradoo hin sakaaluu
Mormatti mareet gadhiisaa
Obboleessi nama hin dhaanuu
Tajjabeet itti dhiisaa.


Wasanuu Didoo