Get Mystery Box with random crypto!

Sanyii Guddataa

Logo saluran telegram segnigudeta — Sanyii Guddataa S
Topik dari saluran:
Coopbank
Sammuu
Success
Logo saluran telegram segnigudeta — Sanyii Guddataa
Topik dari saluran:
Coopbank
Sammuu
Success
Alamat saluran: @segnigudeta
Kategori: Pekerjaan
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 154.49K

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


Pesan-pesan terbaru 41

2023-12-09 20:57:24 Sentinel Steel PLC

Position - Junior Civil Engineer
Education: BSc Degree in Civil Engineering or related discipline.
For detail information please visit the below link
         
https://kebenajobs.com/job/sentinel-steel-plc-dec-9-23/

Deadline: Dec 16/2023
18.5K viewsFiroomin Isan, 17:57
Buka / Bagaimana
2023-12-09 20:54:50 DUUDHAALEE JIREENYAA
Principles of Life
የህይወት መርሆች •

1. Of Fudhachuu (simachuu)
  Self Acceptance
       ራስን መቀበል
2. Kaayyoo jireenyaaf jiraachuu
  Living for life purpose
ለህይወት አላማ መኖር
3. Dorgommii irraa fagaachuu
  Avoiding competition
ከዉድድር መራቅ
4. Yaada qajeelaa(Gaarii) yaaduu
  Positive Thinking
ቀና ማሰብ
5. Barachuuf fedhii qabaachuu
Being willing to learn
ለመማር ፍቃደኛ መሆን
6. Ogummaadhaan deddeebi'uu
Walking with wisdom
በጥበብ መመላለስ
7. Gamna (qaxalee) Ta'uu
  Being Intelligent
     ብልህ መሆን
8. Salphaatti mufachuu dhiisuu
Taking no offence easily
   በቀላሉ አለመቀየም
9. Jireenya ofii galateeffachuun gaggeessuu
  Leading a life with gratitude
      የምስጋና ህይወት መኖር
10. Waan gaariidhaaf (Fooyya'aadhaaf) deemuu
  Going for the best
     ምርጡን  መፈለግ
11. Yeroo hubachuu
  Understand the timing
     ግዜውን ማወቅ
12. Waan jijjiiruu hin dandeenye fudhachuu 
Accept what you can't change
መለወጥ የማይችሉትን መቀበል
13. Waraana kee filadhu
  Chose your Wars
የሚዋጉትን ጦርነት መምረጥ
14. Hundaaf dhiifama gochuu fi haaloo bahuu irraa fagaachuu
Forgiving all and avoiding vengeance
ሁሉን ይቅር ማለትና በቀልን መተው
15. Gidiraa keessatti cimanii dhaabbachuu
Preserve in suffering
በመከራ ዉስጥ መፅናት
16. Gammachuu fi boqonnaa qulqulluu qabaachuu
  Pure joy and rest
ንፁህ ደስታና እረፍት
17. Bareedina keessaaf iddoo guddaa kennuu
  Value inner beauty
ለዉስጥ ዉበት ዋጋ መስጠት
18. Gad ofqabuu fi nama tuffachuu dhiisuu
  Being humble and not despising others
ትሁት መሆንና ሌሎችን አለመናቅ
19. Jireenya keessatti naamusa qabaachuu
   Being disciplined in life
በስነ ስርአት መኖር
20. Kennuu fi fudhachuu baruu
Giving and receiving
መስጠትና መቀበል
21. Onnee kee hordofi!
Follow your heart (Instinct)
ልብን መከተል
22. Kabajni kan maluuf kabaja kennuu!
   Give due honor
ክብር ለሚገባው ክብር መስጠት
23. Cimanii kadhachuun!
Pray seriously
ተግቶ መፀለይ
24. Seenaa hojjechuu! yaadannoo (ashaaraa) kaa'anii darbuu
Make history, leave legacy
ታሪክ መስራት አሻራ መተው viv Getu
19.1K viewsSanyii Guddataa, edited  17:54
Buka / Bagaimana
2023-12-07 16:25:30
19.0K viewsSanyii Guddataa, 13:25
Buka / Bagaimana
2023-12-07 16:10:18 https://www.facebook.com/100070669717820/posts/383117950720526/?mibextid=GoaLI4isD9cHbeUg
18.7K viewsSanyii Guddataa, 13:10
Buka / Bagaimana
2023-12-07 16:02:49 #Hojjechuu • #Milkaa'uu •
#Namni hunduu, biizinasii eegaluuf fedhii ni qaba. Garuu baay'een namootaa maalif akka yaadanitti eegaluu fi milkaa'uu hanqatan, kun gaaffii nama hundaati.

Ogeeyyonni diinagdee (Economist) hedduun, “yaada biizinasii gaarii yoo qabaatte, maallaqni rakkoo hin qabu” jedhu. Garuu #Biizinaasii jeechuun maalii.? Namni tokko, matii tokko madda galii godhate, hojatee, ifaajaafi, humna isiin of jirachuu hundii biizinaasii jedhamaa. /Employee, Self Employed, Business Owner and Investors/ kitaaba Roobert Koyaasaakiidha
Anis yaada kana ittan walii gala. Garuu biizanasii akkamitti eegalla? Maallaqni Eessan dhufa? Kan jedhu gaaffii nama hundaati.

Biizinasii eegaluuf;
1. #Fedhii qabaadhu:- Wanti hundi fedhiirraa madda. Fedhiin ati waan tokko gochuf qabdu milkaa’ina keetif murteessadha. Dhugumaan biizinasii eegaluu barbaaddaa?

2. #Kutannoo qabaadhu:- gara daldalaa yoo seentu qormaanni hedduudha. Bu’aa-bahii baay’etu jira. Keessattuu biizinasichaaf haaraa yoo taate wanti hundi ni ulfaata. Rakkoowwan akka qulqullina omishaa (product quality), hidhata gabaa (Market linkage), dorgommii (Competition), baasii (cost of production) fi kanneen biroo hedduun ija baasanii si eegu. Kun akka jiru beektee, kutannoo guutun gara biizinasii seenuu qabda.

3. #Obsa qabaadhu:- Hudhaaleen armaan olitti ka’an irra aanuf, obsi (patience) akkaan barbaaachisaadha. Rakkoolee hundaaf furmaata laachaa, nama mariisisaa deemun jala darbuuf yaaludha malee abdii kutachuun hin barbaachisu.

4. #Cichoomina qabaadhu:- Cichoominni (perseverance) biizinasiis ta’ee jiruu keenya guyyaa guyyaa keessatti faayidaa ol’aanaa qaba. Waan fedhii keetin itti amantee eegalte gufuu xiqqoofis ta’ee guddaaf hin dhiisin, itti cichi, haga dhumaatti deemi,

5. #Filannoo Biraa (plan B) qabaadhu:- Gaafa daldala eegaltu waan tokko qofa irratti hin xiyeeffatin. Wantoota lama ykn isaa ol akka filannoo biraatti qabadhu (Business Diversification). Fakkeenyaaf, Yoo mana rifeensa dhiiraa yookiin dubaraa banuu barbaadde, cinaatti dibata gara garaa, urgooftuwwan (shittoo) banii daldali. Yoo qonna jal’isii qotuu barbaadde, loon furdisuu, lukkuu horsiisuu faa akka filannoo biraatti qabadhu.

6. #Galteewwan (Inputs) eenyurraa akka argattu beeki: Daldala keessaatti, waa omishuuf ykn tajaajila (service) wayii kennuuf madda galteewwanii (Sources of Inputs) keetii haalan beekuu barbaachisa. Glateewwan na fayyadan maal fa’a? hagamtu na gaha? Eenyurraayyin argadha? Gaaffiwwan jedhan deebisuun dirqama. Inni biraa galteewwan kana haala itti gatii salphaan argachuu dandeessu yookiin karaa ofuma keetii ofii dhiyeessuu dandeessuu irratti itti yaadi. Fakkeenyaaf, Mana Nyaataa (Hotel) qabda yoo ta’e horii qalmaa gabaarraa bituu moo, sangaa isa xiqqaa bittee erga gabbistee booda, qalmaa dhiyeessuu wayya kan jedhu irratti “Cost-benefit” isaa itti yaaduu barbaachisa.

7. #Fedhii fayyadamtootaa (demands) beekuu:- Bu’uurri wanta hunda maamila kee waan ta’eef fedhii isaanii addaan baastee beekuu barbaachisa. Wanta hawaasni tokko hin feene yoo eegalte hin ta’u. Fakkeenyaaf Hawaasa alkoolii hin dhugne keessatti mana dhugaatii banuun faayidaa hin qabu.

8. Waan #addaa (Unique) ta’e jalqabi: Asirratti baay’ee yaadun barbaachisaadha. Waan addaa yoo jennu waanuma haaraa qofa jechuu miti. Waanuma jiru bifa adda ta’een dhiyeessuu jechuudha. Fakkeenyaaf, buna jabanaa gurguruu yoo barbaadde, waanuma namoonni biroo kana dura godhan hin godhin. Xiqqoo waa fooyyessii koottu. Qulqullina bunaa, filannoowwan gargaraa kan akka buna aannaniin, shaayii, Bunaaf shaayii walitti (Ispiriisii), aannan duwwaaa, nyaata dafee qaqqabu (fast food) kan akka Saambusaa, Chiipsii, qoqarii fi kan kana fakkaatan cinaatti jalqabi!

9. #Maamiloota kee yaada gaafadhu (feedback): Yeroo hundaa nama waa sirraa fayyadamee deemu maaltu akka fooyya’uu qabu gaafadhu. Namoonni baay’en fedhii isaanii sitti himuu dhiisuu danda’u, garuu dandeettii fuula isaanii irraa waa hubachuu horachuu danda’uu qabda. Fedhiin maamila dugugguruu dugdaa biizinaii keetii waan ta’eef fedhii isaa guutuu qabda. Via Getu Abera t.me/segnigudeta
18.0K viewsSanyii Guddataa, edited  13:02
Buka / Bagaimana
2023-12-07 12:00:25 Huawei Technologies Ethiopia PLC For Fresh Graduates

Position - CEG Buyer Intern
Education: Management, Logistics ,engineering ,Marketing  and other non-technical major’s
For detail information please visit the below link
         
https://kebenajobs.com/job/huawei-technologies-ethiopia-plc-dec-07-23/

Deadline:  Dec 16/2023
18.6K viewsFiroomin Isan, 09:00
Buka / Bagaimana
2023-12-07 11:44:52 Ayat Share Company

1 - Office Engineer
2 - Senior procurement specialist
3 - Senior Industrial Electrician
4 - Senior Accountant
5 - Industrial Electrician
6 - Data Collecting Clerk
For detail information please visit the below link
         
https://kebenajobs.com/job/ayat-share-company-dec-07-23/

Deadline:  Dec 13/2023
18.7K viewsFiroomin Isan, 08:44
Buka / Bagaimana
2023-12-07 11:12:37 Rainbow Plastic & Foam Industry PLC

1 - Environmental Safety Officer
2 - Logistics Officer
3 - IT Manager
For detail information please visit the below link
         
https://kebenajobs.com/job/rainbow-plastic-and-foam-industry-plc/

Deadline:  Dec 13/2023
18.2K viewsFiroomin Isan, 08:12
Buka / Bagaimana
2023-12-07 11:01:14 Meklit Microfinance Institution S.C

Position - Office Building Management Officer
Education : BA Degree in Management
Or Equivalent combination of Education
For detail information please visit the below link
         
https://elelanajobs.com/job/meklit-microfinance-institution-s-c-dec-07-23/

Deadline:  Dec 11/2023
17.7K viewsFiroomin Isan, 08:01
Buka / Bagaimana
2023-12-07 10:55:56 EthioChicken For Fresh Graduates

Position  - Area Sales Manager
Education : Degree  in Animal Science and Veterinary
For detail information please visit the below link
         
https://elelanajobs.com/job/ethiochicken-dec-7-23/

Deadline:  Dec 16/2023
17.2K viewsFiroomin Isan, 07:55
Buka / Bagaimana