Get Mystery Box with random crypto!

Oromoo Inspire ™💡

Logo saluran telegram oromoo_inspire — Oromoo Inspire ™💡 O
Logo saluran telegram oromoo_inspire — Oromoo Inspire ™💡
Alamat saluran: @oromoo_inspire
Kategori: Sastra
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 38.01K
Deskripsi dari saluran

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Ratings & Reviews

1.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


Pesan-pesan terbaru 2

2024-04-12 21:39:49 Namni maqaa kee kan balleessu waan sadii sirraa barbaadee yeroo dhabuudha."

❶Faayidaa ofiitiif waa barbaadee yoo dhabe

❷Yoo sitti hinaafe

❸Yoo akka kee ta'uu dadhabe

@Oromoo_inspire
10.1K views18:39
Buka / Bagaimana
2024-04-12 21:39:38 Abjuu kee galmaan ga'uuf qophoofteettaa?

➊Kophaa ta'uuf qophaa'i
➋Hiriyyoota kee dhabuudhaaf qophaaʼi
➌Akka sitti kolfan beekuuf qophaaʼi
➍Qeeqaaf qophaa'i
➎Kuftee ka'uuf qophaa'i

@Oromoo_inspire
9.1K views18:39
Buka / Bagaimana
2024-04-12 21:39:27 Jireenya moo'achuu yoo barbaadde

➊Namoota dureeyyii waliin hin taphatin, tapha qofa si waliin taphatu, akkamitti akka hojjettu si hin barsiisan.

➋Namoota abdii kutatan waliin hin taphatin, fedhii hojii kee ni hir'isu

➌Fira ykn hiriyoota waliin baay'ee hin deeminaa manni namaa mana namaa ta'uu beeki

➍Komii hojii irratti si mudatu hiriyoota kee ykn namoota wajjin hojjettu kamittuu hin himin.

➎Namni gad-aantummaan itti dhaga'amu yeroo hunda hojii kee qeeqa, akka si qeequuf bakka hin kenniniif.

➏Nama kamirraayyuu homaa hin fudhatin, yoo maatii kee ta'ellee, homaa sirraa hin fudhatin, Uumaan qofti si haa kunuunsu

Horaa bulaa deebanaa?

@Oromoo_inspire
8.6K views18:39
Buka / Bagaimana
2024-04-11 15:46:11
Creating + selling = wealth
Uumuu+gurguruu= qabeenya
Honesty + respect = friendship
Amanamummaa + kabaja = hiriyummaa
Friendship + affection = love
Hiriyummaa + jaalala = jaalala
Fasting + no carbs = health
Reading + writing = clarity
Dubbisuu + barreessuu = ifa ta'uu
Discipline + struggle = talent
Naamusa + qabsoo = dandeettii
Theory + practice = mastery ogummaa
Courage + vision = success
Detachment + growth = happiness
"Vision = Picture + Plan + Process!"
Hamilee + mul'ata = milkaa'ina
"Mul'ata = Suuraa + Karoora + Adeemsa!"
—Goal without Deadline = Fantasy

—Goal + Deadline = Objective

—Goal + Deadline + Plan = Intention

—Goal + Deadline + Plan + Consistent Action = Success

—Personal Meaningful Goal + Deadline + Plan + Consistent Action = Fulfillment

@Oromoo_inspire
8.4K views12:46
Buka / Bagaimana
2024-04-09 19:08:34
,,,,,,Happy Eid ,,,,,,,,

Hordoftoonni amantaa muslimaa hundi keessan baga Rabbiin ayyaana iidal-fixrii hijraa 1445 tiin isin gahe Eid mubarak Ayyaana_gaarii

@Oromoo_inspire
8.9K viewsedited  16:08
Buka / Bagaimana
2024-04-09 13:04:25
"Of irraati hojechuun gochaa yommilee namni jireenyaa isa keessaati gochu qabudha. Kun immoo jireenya dhunfaa kee qofa osoo hin tanee,jireenyaa namoota naannoo kee jiranillee jijjiiruu ni danda'a" Robin Sharma

@Oromoo_inspire
7.6K viewsedited  10:04
Buka / Bagaimana
2024-04-09 10:44:18 Good words come from good reading!

Creating one's own identity is the beginning of creating the world!

It is wrong to be born to solve the world's problems and die with your own problems!

Understand that you are the only person created to find your identity!

Don’t think that just because you learned means you know! Many have learned. Few know. So is self-knowledge!

The birth of many people is a burden to the world. And that of a few is a result!

Self-knowledge is the most precious knowledge in the world; it frees you from dependence! It’s freedom too!

Being yourself saves you from faking life!

The mind of imitation and simulation is maseena. He doesn't have the strength to bear fruit!

Learn from people, but don’t be like them!

Dubbii gaariin dubbisa gaarii keessaa argama!

Eenyummaa ofii abuuruun, jalqaba addunyaa abuuruuti!

Rakkoo addunyaa furuuf dhalatanii, rakkoo ofii waliin du'uun fafa!

Eenyummaa kee barbaaddee akka argattuuf namni uumame si qofa ta'uu hubadhu!

Baratte jechuun ni beekta jechuu sitti hin fakkaatiin! Hedduun baratanii jiru. Kan beeku muraasa. Of beekuunis akkasuma!

Dhalachuun namoota baay'ee addunyaa Kanaaf ba'aadha. Kan namoota muraasaa immoo bu'aadha!

Of beekuun beekumsa addunyaa kana irraa isa qaaliidha; hirkattummaa jalaa nama baasa! Birmadummaa dhas!

Of ta'uun jireenya fakkeessuu irraa si baraara!

Sammuun akkeessuu fi fakkeessu maseena. Cimina firii isa godhachiisus hin qabu!

Nama irraa baradhu, garuu nama hin fakkaatin!

ʸᵒᵒ ˢⁱᵗᵗⁱ ᵗᵒˡᵉ & ˢʰᵃʳᵉ

ʲᵒⁱⁿ ᵘˢ @Oromoo_inspire
7.5K views07:44
Buka / Bagaimana
2024-04-09 10:41:41 Purpose makes your vision a reality!

Try to understand what you see and what you observe because it will help you!

Don't give up for a short time because it will embarrass you later!

Put yourself first in everything because there is no one next to you!

Know yourself because no one knows you better than you!

A person who knows his purpose does not fall in love but falls for the purpose to achieve it!

A wise person is one who recognizes his own mistakes and corrects them!

Winning is not only about being 1st but also about showing change!

Learning is not about learning, it is about learning through oneself!

If you learn and are tested, you will learn and be tested in life.

Kaayyoon mul'ata kee milkeessiti!

Waan argitee fi waan ilaalte hubachuu yaali si gargaara waan ta'eef!

Yeroo gabaabduuf jettee abdii kee hin kutin maalif yoo jette booda si qaanessa!

Waan hunda dursa ofiif bakka laadhu kan sirra sitti aanu waan hin jireef!

Of beeki kan sirra si beeku waan hin jirreef!

Namni kaayyoo ofii beeku jaalalaan hin kufu kaayyoo isa galmaan ga'uuf kufa malee!

Beekaa jechuun nama dogoggora ofii ofitti beekee irraa sirraa'edha!

Moo'uu jechuun 1ffaa ba'uu osoo hin taane jijjiiramas agarsiisu dha!

Barachuu jechuun barumsa keessa osoo hin taane barumsi nama keessa darbuu dha!

Barumsa barattee yoo qoramtu jireenya immoo qoramtee baratta.

ʸᵒᵒ ˢⁱᵗᵗⁱ ᵗᵒˡᵉ & ˢʰᵃʳᵉ

ʲᵒⁱⁿ ᵘˢ @Oromoo_inspire
5.5K views07:41
Buka / Bagaimana
2024-04-09 04:30:46
Aarii fi miira kee yommuu to’attu dadhabbiin kee ni dhokata.

@Oromoo_inspire
6.2K views01:30
Buka / Bagaimana
2024-04-09 02:23:31 Your value doesn't go down because people can't see it...!

No one loses what they have to say to you because they say something themselves...!

Look at the light in front of you ; Be patient with today's darkness , The person you hope will change my situation for you may change his behavior to you...!

Someone who approaches you for a reason ; and don't forget that he will leave you for a reason...!

For people who are kind to you without asking anything from you ; give it a high value...!

They don't think a tree they know for themselves is a cure...!

Change precedes change ; but you have to know that both cost...!

If the enemy attacks you, it will hurt your body ; But a false friend hurts your mind...!

The poor are punished for human crimes not for lack of justice but for lack of hands...!

You have to go through what you don't like to get what you love...!

If you don't know where the goal tree is, there's no point in kicking the ball in silence...!

Man ​​cannot change man ; But one person can cause someone to change...!

The darkness you are in now is not powerful ; You are standing in the great light in your hands...!

A person who repeatedly counts what he doesn't have forgets what he has...!

You may not be accepted by everyone ; but what makes the difference is whether you are accepted by yourself...!

Choose people who captivate you with their hearts, not their words...!

If you want to be loved , we often talk about your strengths ; choose to tell your shortcomings...!

Determining the extent of your failure ; it is your answer to your failure...!

Gatiin kee sababa namootni arguu dadhabaniif gad-hin bu'u...!

Namni waan siin jedhu hin dhabu ofiinuu waa jedha waan taheef...!

Ifa fuuldura kee jiru ilaali ; Dukkana har'aa obsi , Namni ati abdattee haala koo naaf jijjiira jettu amala isaa sitti jijjiiruu danda'a...!

Namni sababaan sitti dhiyaate ; sababaanis si dhiisee akka deemu hin dagatin...!

Namoota osoo sirraa homaa hin barbaadin tola siif oolaniif ; gatii guddaa kenni...!

Muka ofif beekan qoricha hin se'an...!

Jijjiiramuun jijjiiruu dursa ; garuu lamaanuu gatii akka nama kaffalchiisu beekuu qabda...!

Diinni yoo si waraane qaama kee si madeessa ; Hiriyaa sobduun garuu sammuu kee si madeessa...!

Hiyyeessi yakka namaatti kan adabamaa oolu haqa dhabee osoo hin taane harkaa dhabeeti...!

Waan jaallattu argachuudhaaf waan hin jaalanne keessa darbuu qabda...!

Bakka mukni goolii jiru hin beektu taanan callistee kubbaa dhiituun kee faayidaa hin qabu...!

Namni nama jijjiiruu hin danda'u ; Garuu namni tokko akka namni jijiiramuuf sababa ta'uu danda'a...!

Dukkanni ati amma keessa jirtu humna guddaa qabaatee miti ; Situ ifa guddaa si harka jiru dhaamsee keessa dhaabbataa jiraaf malee...!

Namni irra deddeebiin waan hin qabne lakkaa'aa oolu waan qabu dagata...!

Nama hunda biratti fudhatama dhabuu dandeessa ; garuu kan jijjiirama fidu ofuma kee biratti fudhatama qabaachuu fi dhiisuu keeti...!

Namoota jechaan osoo hin taane onneen si booji'an filadhu...!

Jaallatamuu yoo barbaadde yeroo baay'ee cimina kee odeessurra ; hanqinaalee kee odeessuu filadhu...!

Hamma guddina kufaatii keetii kan murteessu ; deebii ati kufaatii keetiif deebiftuudha...!

ʸᵒᵒ ˢⁱᵗᵗⁱ ᵗᵒˡᵉ & ˢʰᵃʳᵉ

ʲᵒⁱⁿ ᵘˢ @Oromoo_inspire
6.9K views23:23
Buka / Bagaimana