Get Mystery Box with random crypto!

Jireenya kee keessatti gaaffiin baay'ee bu'uura ta'e 'Ani eeny | Oromoo Inspire ™💡

Jireenya kee keessatti gaaffiin baay'ee bu'uura ta'e "Ani eenyu.? Mul'anni koohoo maalii?!

Hojii maneen kee inni guddaan adunyaa kana irra hamma jiraattutti mul'ata dhokataa uuman kee si keessa kaa'e barabaaddee argachuu fi fiixaan bahinsa isaaf irratti hojjeechuu dha. Mul'ata mataa keetii barabaadee argachuuf fi irratti hojjechuudhaa yoo baatte umurii kee guutuu garba mul'ata nama biroo taatee jiraatta jeechudha.
Namoota gatii kee hin beekne irraa fagaadhu

Sammuu kee jijjiiruu yoo dandeesse, Jireenya kee jijjiiruu dandeessa!" Wiiliyaam Jeemsi

Misooma sammuu kee irratti hojachuuf Itti gaafatamummaa kan qabu si qofa.

@Oromoo_inspire