Get Mystery Box with random crypto!

Yeroo baay'ee namoonni tokko tokko yoo ati kolfitu yeroo si ar | ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪

Yeroo baay'ee namoonni tokko tokko yoo ati kolfitu yeroo si argan wanta boosssu itti hin fakkaatu wanta gadditu itti hin fakkaatu halkanii guyyaa wanta kolfitu itti fakkaata. Haa ta'u malee keessa kee kan beeku sii fi uuma kee qofa.

Icciitii Jireenya keetii nama kamiifuu ibsuun sin barbaachisu Namoonni jireenya kee kan tilmaaman akka ilaalcha fi dandeettii isaanitti qofa. Kun immoo jireenyaf eenyummaa kee akkasumas gatii kee ibsuu hin danda'u.
Gatii kee kan beeku suma qofa Leenci leencummaa isaa eenyumaafuu hin ibsu.

Gochaan itti agarsiisa kanaafuu ati eenyumaa kee namoonni kallattii gara garaatin jajal'isanii odeessanis tasumaa hin yaadda'in waa'ee eenyumma keeti namaaf hin ibsin gochaan itti agarsiisi!

:¨·.·¨:  
 `·.  @jireenya_jaalalaa