Get Mystery Box with random crypto!

Aqiidaa...! Bu'urri amna nama muslimaa, bobboo galli nama mu' | Dr Zakir Naik Afaan Oromoo

Aqiidaa...!

Bu'urri amna nama muslimaa, bobboo galli nama mu'uminaa, jiruu fi jireenya nama Rabbitti amanee aqiidaarratti hundaawa.

Aqiidaarraa ammoo qoonni guddaan Iimaana nama tokkoo sabachiisu Qooda Toowhiidaati.

Zabana keenya kana Aqiidaan waan laaftuu taatee jirti. Namni Aqiidaaf xiyyeeffannoo kennaa hin jiru.

Firqaan Naajiyaa malee hundi warra ibiddaa akka tahan Nabiin (saw) nuuf himanii jiran.

Aqiidaa teenya haa qorannuu, Eenyu jala deemaa akka jirru haa if sakattaanuu. Aqiidaan keenya karaa jannata keenyaati.

#Aqiidaa! #Toowhiida