Yeroo garii ni yaaddoyta, yeroo garii ni dallanta, yeroo garii ni sodaatta, yeroo garii Abdii dhabda. Eeyyen bar kanumaatu jireenya ilma namaatii. Kee qofa sitti hin fakkaatin. Aannan dhagalaeef teessee booyaa oolurra kaatee aannan biraa barbaaddachuu irra hin wayyuu? Kai #StandUp 2.8K views12:39