Get Mystery Box with random crypto!

Beekumsa Waliigalaa©

Logo saluran telegram dhugaaddunyaa — Beekumsa Waliigalaa© B
Logo saluran telegram dhugaaddunyaa — Beekumsa Waliigalaa©
Alamat saluran: @dhugaaddunyaa
Kategori: Tidak terkategori
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 2.04K
Deskripsi dari saluran

@beekumsa_waligalaa hamma beeknu wol haa barsiifnu. Waan beekan wal barsiisun beekumsa cimaadha. @dhugaaddunyaa join and support it.

Ratings & Reviews

2.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


Pesan-pesan terbaru 2

2022-03-27 12:50:59 Afaan keenya Afaan Oromoo Dubbataa qabaachuun Afrikaa kessaasadarkaaa 3ffaa irratti argama.
3.7K viewsI Accept My Self As I Am, 09:50
Buka / Bagaimana
2022-03-27 12:49:20 Akkam jirtu Kabajamtoota maati chaanela kana Sababa Naaf mijachuu dideef yeroo dheeraaf akkawuntiin kun active hin turre. Amma garuu akkuma duraani Wanta isin barsiisa jennee yaadnu kan isiniif Post goonu ta'a. Isinis share gochuun akkuma kanaan duraa nu jajjabeessaa. Galatooma.
Gaafii fii yaada yoo qabattan coment naaf barreessaa
3.3K viewsI Accept My Self As I Am, 09:49
Buka / Bagaimana
2021-10-18 12:00:33 #287

የአፋን ኦሮሞ መጽሐፍ ግብዣ

MATA-DUREE KITAABICHAA: "KANA BARAA!"

BARREESSAN: AMAJJII GAMMADO

QABIYYE KITAABICHAA (GENREs): Saayinsii, Seenaa, Kolfa, Teknoolojii fi Wantoota Ajaa'ibsiisoo

LAKKOOFSA FUULOTA: 68

BARA MAXXANSAA (PUBLISHED ON): Caamsaa 20, 2013 (29/05/2021), Bishooftuu, Oromiyaa, Itoophiyaa

WAA'EE KITAABICHAA

Kitaabni kun kutaadhaan kan gargar qoodamedha. Isaanis wantoota ajaa’ibsiisoo, saayinsii, seenaa, bineensotaa fi k.k.f of keessatti qaba.

KITAABA IRRA

Ummatni Kuushii Dh.K.D. naannoo bara 4000 baha Afrikaa hanga Galaana Diimaatti (Red Sea), Kaaba Afrikaa Morookoodhaa hanga biyyoota Atilaantikiitti, Arabiyaa irraa hanga Mesoppotaamiyaa, Awurooppaa fi Giddugala Eeshiyaa akka turan ni himama.

"PDF"iin kun akka isiiniif "Post" godhamuu hayyama nama barreesse irraa waan arganneef, maqaa maatii chanaalii "Gofere Books" dhaan ni galateeffanna.

Dubbisuu Fi #Share Gochuudhaan Dirqama Afaan Keenya Guddisuus Haa Baanu!

"BE CHAIN READER"

@goferebooks
6.9K viewsMr. Hope, 09:00
Buka / Bagaimana
2021-10-09 15:37:06 Asoosama Mata-dureen isaa WAL HIN DHABNU! jedhu kan barataa m/b bashaashaatiin qophaa'ee.

Title Wal-hin dhabnu!
Size 11MB

Price 1ETB for package
Writer Student of beshasha school
6.3K viewsAN KAN NA GADDISIISU OSOON HIN JIRAATIN DU'UU KOOTI, edited  12:37
Buka / Bagaimana
2021-10-08 21:15:46 Biyya Faransayi kessatti Namni Du'e Gaa'ila Raawwachuun Seeran Eeyyamamaadha.

@dhugaaddunyaa
4.1K viewsAN KAN NA GADDISIISU OSOON HIN JIRAATIN DU'UU KOOTI, 18:15
Buka / Bagaimana
2021-09-28 09:56:14 Addunyaa kenya irraa biyyi Masjiidni itti hin argamne Iceland qofa.

@dhugaaddunyaa
4.5K viewsWANTI HUNDUU YEROOF QOFA!, 06:56
Buka / Bagaimana
2021-09-28 09:56:14 Akka qorannoon jedhutti sammuun keenya Galata Galchuu Qindeessuu irraa Arraba qopheessuuf irra caala si'aainaan hojjata.

@dhugaaddunyaa
4.4K viewsWANTI HUNDUU YEROOF QOFA!, 06:56
Buka / Bagaimana
2021-09-06 13:07:01 https://t.me/ethiotelecom_telegram_bot?start=r0885001016
4.7K views🇸 🇦 🇧 🇦 🇰 🇮 🇳 🇬, 10:07
Buka / Bagaimana
2021-09-05 08:19:59 https://t.me/ethiotelecom_telegram_bot?start=r0885001016
4.6K views🇸 🇦 🇧 🇦 🇰 🇮 🇳 🇬, 05:19
Buka / Bagaimana