Get Mystery Box with random crypto!

Beekumsa Waliigalaa©

Logo saluran telegram dhugaaddunyaa — Beekumsa Waliigalaa© B
Logo saluran telegram dhugaaddunyaa — Beekumsa Waliigalaa©
Alamat saluran: @dhugaaddunyaa
Kategori: Tidak terkategori
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 2.04K
Deskripsi dari saluran

@beekumsa_waligalaa hamma beeknu wol haa barsiifnu. Waan beekan wal barsiisun beekumsa cimaadha. @dhugaaddunyaa join and support it.

Ratings & Reviews

2.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


Pesan-pesan terbaru

2023-02-22 09:07:45 @dhugaaddunyaa
732 viewsLife Thaught Me Well, 06:07
Buka / Bagaimana
2022-12-11 10:05:18 Waa'ee pilaaneetii namaa (Lafa)






Lafti pilaaneetii namaati.laftii umuriin ishee qabatamaan beekamaa miti .garuu Akka qorannoowwan adda addaa agarsiisanitti lafti gara umurii biiliyoona 4.543 ykn biiliyoona afur xuqaa Shan afur sadii taateetti .egaa lafti pilaaneetii jalqaba argamtedha. Lafti aduu irraa tilmaamaan gara kiilo meetira 150.03 ta'u fagaattee argamti. Akkasumas addeessi Lafa irraa km 384,400 fagaattee argamti.haalonni armaan olii hundi isaanii LAFTI qaamolee gurguddoo hawaa keessa Jiran keessa ishee tokko Akka taate nu hubachiisu.
2.3K viewsJossy Pick Man, 07:05
Buka / Bagaimana
2022-12-11 08:54:22 AKKAM JIRTU KABAJAMTOOTA MAATI BW. AKKUMA BEEKAMU CHANELLI KUN AKKA DURAANI WANTOOTA HAARA AKKA MAXXANSAA HIN JIRRE BEEKAMAADHA. KANAAF NAMNI ADMIN TAATANI BIFA KANAAN DURAATIIN ITTI FUFSIISU NAN DANDA'A JETTAN KARAA @GodDoesNotPlayDiceAlbert Naan Dubbadhaa. Waliin taane afaan keenya haa guddifnu
2.0K viewsLife Thaught Me Well, 05:54
Buka / Bagaimana
2022-06-18 11:28:13 #በዓለም_የመጀመሪያው_ዩኒቨርሲቲ

በአለም የመጀመሪያው ዩኒቨርሲቲ የተመሰረተው በአፍሪካ (ሞሮኮ ) በሴት ነው። ፋጢማ ቢንት ሙሐመድ አል-ፊህሪያ አል-ቁራሺያ (فاطمة بنت محمد الفهرية القرشية) በ895 ዓ.ም በዓለም የመጀመሪያውን ዩኒቨርሲቲ በፌዝ መሰረተች ይህም አሁን በሞሮኮ ይገኛል። እሷ በተለምዶ ፋጢማ አል-ፊህሪ በመባል ትታወቃለች።
ከአባቷ ከእህቷ ጋር ባወረሰችው ሀብት ያላትን ድርሻ በመጠቀም የአል ቃራዊን ዩኒቨርሲቲ አቋቁማለች። ዩኒቨርሲቲው ትልቅ መስጊድ ሆኖ ተጀምሮ ወደ ትምህርት ቦታ አድጓል።

➹share &Join Us

        @ewnet
@dhugaaddunya
3.8K viewsLife Thaught Me Well, 08:28
Buka / Bagaimana
2022-05-23 09:22:04 #HIN_QABU

Henook Makartii namni jedhamu seena tokko dubbata.
Jaarsa tokkotu hiriira irraa dhaabbatanii otoobusii eeggatu, isaan booda immoo dargaggeessa tokkotu dhaabata. "Dhiifama abboo laayitarii(qabsiistuu ibiddaa) qabduu?" Jedhee isaan gaafata. Dargaggeessichi tamboo ittiin qabsiifachuuf ture. Deebiin jaarsaas gabaabaa ture. "Hin qabu" jedhe dheekkamsaan. Xiqqoo itti yaadee booda dargaggeessichi nama biroo gaafatee irraa qabsiifate. Daqiiqaa muraasa jaarsi boorsaa(giiphii) isaanii keessaa laayitarii baafatanii ittin tamboo qabsiifatan. Sila isin gaafannaan laayitarii hin qabu naan hin jennee? Utuu qabdanii maaf na dhowwattanii jedhee gaafate. Jaarsi deebii kennaniif "Maal seete?" Jedhanii jalqaban. "Maal seete, laayitarii yoon siif kenne; tarii waliin dubbii eegalla. Waliin dubbii yoo eegalle immoo, otoobusii keessatti wal bira teenya ta'a. Wal bira teenyaan immoo oduun keenya itti fufuu hin oolu. Mucaa gaarii waan fakkaattuuf sin jaaladhan ta'a. Yoon si jaaladhe immoo bakkan bu'utti si buuseen, mana keenyaa irbaata si affeeran ta'a. Mana koo yoo dhufte immoo intala koo waliin wal barta ta'a. Intala koon yoo wal barte immoo tarii wal jaalattu ta'a. Yoo wal jaalattan immoo maaltu beeka dubbiin cimee dhuma irratti wal fuutu ta'a. Argitee? Ani immoo nama laayitarii bitachuu hin dandeenyetti akka heerumtu hin barbaadu. Kanaafu hin qabu garuu qaba."Maal jechuu barbaade beektuu? Yeroo baay'ee wantoonni sadarkaa sadarkaadhaan isa tokko irraa isa tokkotti ce'u, dhuma irratti bakka hin barbaachisne ga'u. Otoo isaan tarkaanfii hin eegalin dursinee achumatti akka dhaabatan yoo goone booda gatii hin barbaachisne baasuu irraa oolla. Malee immoo hiyyeessi durba hin fuudhuu miti. HAlKAN GAARII QABAADHAA!

Dubbisi dubbisuun waa baruufi!
#Share
@dhugaaddunyaa
@dhugaaaddunyaa
3.9K viewsI Accept My Self As I Am, 06:22
Buka / Bagaimana
2022-03-29 22:04:01 Alaaba Biyya Chaayinaa irratti Kokkobi 5ntu argama.

@dhugaaddunyaa
3.9K viewsI Accept My Self As I Am, 19:04
Buka / Bagaimana
2022-03-29 22:02:01 Sa'aan Garaacha 5 qabdi.


@dhugaaddunyaa
3.7K viewsI Accept My Self As I Am, 19:02
Buka / Bagaimana
2022-03-28 22:05:05 Plaaneetota kessaa pilaanetiin dursa Argame Lafadha.

@dhugaaddunyaa
3.8K viewsI Accept My Self As I Am, 19:05
Buka / Bagaimana
2022-03-28 07:21:50 Afrikaa kessaa guddina lafaatin kan Dursitu Aljeeriyaadha.

@dhugaaddunyaa
3.8K viewsI Accept My Self As I Am, 04:21
Buka / Bagaimana
2022-03-27 12:52:39 Naamni Sooressi Addunyaa keenya guyyaa Har'aa Elon musk jedhama.
3.6K viewsI Accept My Self As I Am, 09:52
Buka / Bagaimana