Get Mystery Box with random crypto!

Odeeffannoo qabatamaa! ===== Kaleessa qofa Horoo Guduruu, Aana | Yaya beshir

Odeeffannoo qabatamaa!
=====
Kaleessa qofa Horoo Guduruu, Aanaa Saqalaa keessatti:
- Miseenstoa Humna Addaa Oromiyaa - 22
- Polisii Idilee Oromiyaa - 2
- Miidhaan cimaan kan irra gahe - 26
Faandxoodhaan galaafataman. Miidhaa humnoota Oromiyaarra dhaqqabe kana keessatti caasaan tikaa federaalaa (Federal intellegence) akka qooda keessaa qabu mirkanaayee jira.