Get Mystery Box with random crypto!

Seeneetiin #Ameerikaa wixinee seeraa falmsiisaa #TikTok biyyat | Sanyii Guddataa

Seeneetiin #Ameerikaa wixinee seeraa falmsiisaa #TikTok biyyattii keessatti akka cufamu ajaju raggaase.

Wixineen seeraa kun erga Seeneetii biyyattiin raggaasifamee booda pireezidantii US Joo Baayidaniif dhiyaatee irratti mallattaa'uun seera ta'ee baha. #Baayidan wixineen kun akkuma waajirasaanii qaqqabeen kan mallatteessan ta'uu himaniiru. Via BBC

#Itoophiyaa keessatti osoo cufame
moo itti fufe wayya..? Maaliif