Get Mystery Box with random crypto!

Waamicha Qormaata Barreeffamaa ---------------------- (Mudde 5 | Sanyii Guddataa

Waamicha Qormaata Barreeffamaa
----------------------
(Mudde 5, 2016 MMWO)-Ogeessonni gita hojii Abbaa Seeraa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa, Mana Murtii Ol'aanaa  fi Mana Murtii Aanaaf dorgomaa jirtanii fi   calallii jalqabaa dabartan  (maqaan keessan armaan gaditti kan maxxanfame) qormaata barreeffamaaf Magaalaa Adaamaa, ILQSOtti  Mudde 16, 2016 ganama keessaa sa'aatii 4:00 irratti akka argamtan isin   beeksisaa, haala kenniinsa qormaataa  yeroo dhiyootti kan isiniif ibsinu ta'uu fi   hangasitti of qopheessaa akka turtan ni hubachifna.
Hub-Dorgomtoonni  calallii jalqabaa hin dabarre sababa hin dabarreef Lakk bilbilaa 0911013386 irratti bilbiluun baruu akka dandeessan ta'u  ni hubachiifna.
----------------
Odeeffannoo Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa tamsaasu  argachuuf;
Toora telegraamii-☞https://t.me/MMWO202
Toora 'facebook'-☞https://www.facebook.com/profile.php?id=100064892762726 irratti via
#Daayireektoreetii_Dhimmoota_Komunikeeshinii_MMWO