Get Mystery Box with random crypto!

#Inbox Iyyaafannoo Nagaa jirtaa sanyii Abbaan document kana | Sanyii Guddataa

#Inbox Iyyaafannoo
Nagaa jirtaa sanyii

Abbaan document kanaa qacarrii argatee gara jimmaa utuu deemaa jiruu Walqixxeetti cireef yoo konkolaataa keessaa bu'an shaanxaa isaa waliin jalaa fudhatan. Waraqaa hojii barreeffameefii waliin jechuudha. Amma isa hojiitti qajeelee ture deebi'e gara finfinneetti.

Maqaa guutuu: Masarat Alemayehu
Har'a 18/1/2016, Ganama naannoo sa'atii 4:00 itti, naannoo buufata konkolaataa Walqixxeetti

Document kutaa 8 hanga teempoo(degree) kan bade.

Lakk bilb : +251940066017
   +251949490791