Get Mystery Box with random crypto!

OrooBarakaan tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa Baankii Oro | Oromia Bank

OrooBarakaan tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa Baankii Oromiyaa yoo ta’u, tajaajila Baankii dhala irraa bilisaa yeroo jalqabaaf biyya keenyaatti kan eegaledha.

Tajaajilli kun seera shari’aa kan bu'uureffate wayiita ta’u, ulama’oota fi goorsitoota beekumsa amantii Islaamaa jabaa qabaniin hoogganama.

Jumaa Mubaarak Baankii Oromiyaa irraa!

ኦሮበረካ የኦሮሚያ ባንክ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ሲሆን የሸሪዓውን መርህ ያከበሩ የተሟላ የባንክ አገልግሎት በመጀመር በሀገራችን የመጀመሪያው  እና ፈር ቀዳጅ ነው።

ይህ አገልግሎት በሸሪዓዉ ከፍተኛ አውቀት እና ልምድ ባካበቱ ዑለሞች ይመራል፡፡

መልካም ጁመዓ ከኦሮሚያ ባንክ!