Get Mystery Box with random crypto!

Namni ati jaallattu ; Sin jaallatu taanan! Namni ati kabaj | ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪

Namni ati jaallattu ; Sin jaallatu taanan!

Namni ati kabajju ; Sin kabaju taanan!

Namni ati yaaddu ; Sin yaadu taanan!

Namni ati barbaaddu ; Sin barbaadu taanan!

Dhiisi nama akkana waliin yeroo kee hin gubiin!

Kan si jaallaatu hedduutu jira!

Isiin Jaalatamtoota

Fafakkeessaan jaalalaa miti!
Jaalalti miidhaa miti.

:¨·.·¨:  
 `·.  @jireenya_jaalalaa