Get Mystery Box with random crypto!

Bara Jireenya Kee Keessatti Wanta gaarii goote maraaf deebiisa | JECHOOTA KAKA’UMSAA 🪙

Bara Jireenya Kee Keessatti Wanta gaarii goote maraaf deebiisaa namarraa hin eegin. Yoo akkas yaadda ta'e deebiin Ati Eegdu faallaa ta'uu danda'a. Inni ammoo gaarii dalaguurraa Si Fegeessa. Kanaaf ofiif Jedhiitoo wantoota gaarii Hojjadhu.


Share Galatoomaa

@Jechoota_kakaumsaa1 !