2023-05-29 14:41:25
قال ﷺ: قال الله عز وجل:
"ابن آدم، اركع لي من أول النهار أربع ركعات، أكفك آخره".
أبوداود و الترمذي
قال الذهبي: إسناده حسن.
١-فسره ابن_تيمية: بصلاة الفجر وسنتها.
٢-وفسره غيره من أهل الحديث: بصلاة الضحى، أخرجه أبوداود والترمذي في أبواب صلاة_الضحى.
ومن جمعها حاز خيرا عظيما
"Ergaman Rabbii [ ﷺ ] akkana jedha: Allaahan (jalla jalaalu) akana jedha:-
“Yaa Ilmaan Addaam, jalqaba guyyaa (Ganama) Raka'aa afur naaf Salaati Aakiraaf siif Gahaa.”
{ Abuu Daawud fi Al-Tirmizii
{ Al-Zahabiin akkana jedhe: isnaadni isaa [ Hasanii ] gaarii dha.
1- Ibnu Teymiyyaan akkana jechuun hiike:- Salaata fajrii fi sunnaa isiitii.
2- Warra hadiisa keessaa warri kaanis akkana jechuun hiikan:- Salaata Duhaa dha,
Abuu Daawud fi Al-Tirmiziin Boqonnaawwan salaata [ Duhaa ] jedhuu keessatti dubbatanii jiruu.
217 views11:41