Get Mystery Box with random crypto!

Harmee JobsNews

Logo saluran telegram geegeete — Harmee JobsNews H
Logo saluran telegram geegeete — Harmee JobsNews
Alamat saluran: @geegeete
Kategori: Pekerjaan
Bahasa: Bahasa Indonesia
Pelanggan: 21.48K
Deskripsi dari saluran

@rabirasmart
Beeksissaa hojjii kamiiyyuu isin biraan gahudhaaf qophidhaa odeffanoo kamiyyuu yoo nugafataan sin keessummeessina......
Filaanoon keessan Harmee tasifaadhaa harmeen waan hundummaa ofitii..
https://t.me/geegeete
@rabirasmart

Ratings & Reviews

4.00

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

2

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


Pesan-pesan terbaru

2024-06-25 13:08:43 https://t.me/hamSter_kombat_bot/start?startapp=kentId755657887
3.7K views10:08
Buka / Bagaimana
2024-06-25 11:44:31 Gartuu dhiigaa fi amala namaa!
*******
Qorannoon baayyee cimaa fi gad-fagoo tahe jiraachuu baatus gartuun dhiigaa fi amalli namaa hariiroo akka qabu ni dubbatama!
********
1.Gartuu dhiiga A
****
Namoonni kun cimoo , hojjii kan jaallatanii fi nagaa barbaadu. Kana malee hojjii tartiiban hojjachuu , qulqullinaa fi yeroo tokkotti hojii tokko duwwaa hojjachuu filatu
Namoonni kun amanamoo fi waan sirrii qofa hojjachuuf dhama'u.
Amalli badaan isaanii waanuma xiqqoof dhiphachuu fi waan hunduu sirrii akka ta'u barbaadu!

2. Gartuu dhiiga B
*******
Namoonni kun hojii kalaqaan beekamu , waan karoorsan amma galmaan gahanitti hin dhiisan.Akkasumaas yeroo tokkotti waan hunda dhiisanii wanta tokko duwwaa irratti xiyyeeffatu!
Namoonni kun amala namaa yaaduu fi nama hubachuu qabu!
Rakkoon isaanimmoo of jaallachuu , jijjiiramuu , maal dhibdee fi balleessaa namaaf hin dhiisan!

Gartuu dhiigaa AB
********
Namoonni kun makaa A fi B ti. Amalli isaaniis nama yaaduu, amanamummaa fi nama kunuunsuudha!
Namoonni kun sammuu cimaa fi dandeettii waa yaaduu cimaa qabu.
Nagaa buusuu , namaan walii galu fi kaayyoo ofiif namoota cichaniidha.

4. Gartuu dhiiga O
****
Namoonni kun dandeettii gaggeessummaa cimaa kan qabanii fi waan xiqqqoon warra hin qabamneedha!
Namoonni kun arjummaa fi namaaf gaarii yaaduu jaallatu!
Namoonni kun waan xiqqoon hin qabaman , amanamoodha fi wanta haaraatti dafanii baru, ejjennoo cimaas qabu!
Jarri kun hinaaffaa , of jaallachuu fi kiyya malee jechuus qabu!

Kankoo amalakoo waliin baayee wal fakkaata.
Mee isinoo kam keessa jirtu? Dhuguma amala keessan waliin wal fakkaataa?

Maxxansikoo biroon akka si qaqqabuuf telegram pagekoo t.me/geegeete
3.6K views08:44
Buka / Bagaimana
2024-06-24 16:21:17
3.6K views13:21
Buka / Bagaimana
2024-06-24 16:15:59 When demand is greater than supply...it is called
A.shortage
B.Surplus
C.Efficiency

Inflation is added to which of the following GDP?

A.Nominal GDP
B.Current GDP
C.Real GDP

Tax is a .....

A.investment
B.Capital
C.Financial charge

MACROECONOMICS deals with
A.Consumption
B.Personal income
C.Monetary policy and Fiscal policy

Which of the following deals with inflation??

A.Macroeconomics
B.Microeconomics
C.Labour economics
3.7K viewsedited  13:15
Buka / Bagaimana
2024-06-24 09:52:51 [ New ] Awash Bank Job vacancy June 24 2024

BA Degree in Accounting, Economics, Management & Business Administration

Diploma in Electronics Technician or related field

How to Apply online

https://ethiojobszone.com/awash-bank-job-vacancy-june-24-2024/

Deadline Date :
July 2, 2024

t.me/geegeete
3.9K views06:52
Buka / Bagaimana
2024-06-24 07:57:06 For Fresh Graduates Jenboro Real Estate

Job Position  - Telemarketer
Education: Degree in any field of study.
Find More Details here
         
https://elelanajobs.com/job/jenboro-real-estate-june-22-24/

Deadline: June 27/24

t.me/geegeete
3.7K viewsedited  04:57
Buka / Bagaimana
2024-06-23 17:08:44 https://t.me/hamster_kombat_bOt/start?startapp=kentId755657887
3.9K views14:08
Buka / Bagaimana
2024-06-08 00:22:19
5.4K views21:22
Buka / Bagaimana
2024-05-31 10:18:20
Magaalaan Shaggar bakka duwwaa hojii qabu irratti hojjettoota haaraa qacaruuf beeksisa baasee jira. Warri isin ilaallatu deemaa dorgomaa, Waliifis qooduun warra ilaallatuu biraan gahaa
5.4K views07:18
Buka / Bagaimana