Get Mystery Box with random crypto!

New Record! Abbaa qabeenya Addunyaa irratti riikoordii haaraa | Shukuredin Jemal

New Record!

Abbaa qabeenya Addunyaa irratti riikoordii haaraa galmeessaedha. Maqaan isaa Johaan Tiitar Ruupert jadhama. Guyyaa tokko keessatti Doolaarii Miliyoona 286 argachuun isaa Abbootii Qabeenya Addunyaa raasaa jira. Lammii Ameerkaa kan ta'e Johaan uffataafii meeshaalee faashinii ta'an gabayaa Adduunyaaf dhiyeessuu isaan Guyyaa tokkotti Doolaarii Miliyoona 286 argachuun isaa mirkanaa'eera! Qabeenya isaa kan walii galaa Doolaarii Billion 13.7 ol guddatee jira! Namicha Guyyaa tokkotti Rabbiin Doolaarii Roobeef jachuudha!...