Get Mystery Box with random crypto!

JECHOOTA FILATAMOO 1 - Hammam dheeraa taatus boru arguu hin | Madda Beekkumsa(MB)

JECHOOTA FILATAMOO

1 - Hammam dheeraa taatus boru
arguu hin dandeessu!
2 - Konkolaataa kumaatama
qabaattus, kutaa siree lukaan
deemuun kee dirqama!
3 - Daaktuu beekamaa taatus
Qurxummii ta'uu hin dandeessu!
4 - Nama jabaa beekamaa biyyaa
taatus gaara sochoosuu hin
dandeessu!
5 - Poolisii beekamaa taatus
lubbuu qabuu hin dandeessu!
6 - Diimaas ta'i, adiis ta'i,
garuu gaaddidduun kee gurraachuma!